Garuma Batiri

Garuma Batiri . ✍️✍️ We serve the heart of God!💚

💥💯💢🫱🫲
01/09/2026

💥💯💢🫱🫲

Ayyaaana Daa'immootaa WWWMY Tokkummaa Amboo Hagayyaa 17/2018  Akka guutuu Itoophiyaatti.Ol-adeemaan waldaa kiristaana ke...
30/08/2026

Ayyaaana Daa'immootaa WWWMY Tokkummaa Amboo Hagayyaa 17/2018 Akka guutuu Itoophiyaatti.
Ol-adeemaan waldaa kiristaana keessatti guddaachuun Egeree waldaa fi biyyiittiif bu'aa dhaa..
nuuf guddaadha.💯🖐✋️✋️👈

Sagantaa Dargaggootaa WWWMY Tokkummaa Amboo💢💯🖐🖐🖐
30/08/2026

Sagantaa Dargaggootaa WWWMY Tokkummaa Amboo💢💯🖐🖐🖐

💢Dilbata Dilbiin guutee Milkeessaan Rabbii guddaadha.💯💢🖐🖐🖐🖐🖐💯💯💢💢💢🫱🫲
30/08/2026

💢Dilbata Dilbiin guutee
Milkeessaan Rabbii guddaadha.💯💢
🖐🖐🖐🖐🖐💯💯💢💢💢🫱🫲

🖐 Jibiichoo🥰👈
29/08/2026

🖐 Jibiichoo🥰👈

“Maqaan Waaqayyoo gimbii jabaa dha, namni qajeelaan gara isaatti baqatee in oola.”  — Fak. 18:10
26/08/2026

“Maqaan Waaqayyoo gimbii jabaa dha, namni qajeelaan gara isaatti baqatee in oola.”
— Fak. 18:10

“Namichis, "Amma reefuu ta'e; isheen kun lafeen ishee lafee koo keessaa, foon ishees foon koo irraa fuudhame; isheen kun...
25/08/2026

“Namichis, "Amma reefuu ta'e; isheen kun lafeen ishee lafee koo keessaa, foon ishees foon koo irraa fuudhame; isheen kun namattii waan argamteef, 'Namee' jedhamtee haa waamamtu!" jedhe.”
— Uma. 2:23

Ijoollee abbaa tokkoo           Jajjabduu akka mokkoo❤️‍🩹💯           Guddinni ijoollee ammaa hindhibuka😆😅
25/08/2026

Ijoollee abbaa tokkoo
Jajjabduu akka mokkoo❤️‍🩹💯
Guddinni ijoollee ammaa hindhibuka😆😅

Memory of friend student KPS College Ambo❣️💯
23/08/2026

Memory of friend student KPS College Ambo❣️💯

Address

Ambo
Addis Ababa
12.KAKUU

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Garuma Batiri posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Garuma Batiri:

Shortcuts

Share

Category