04/08/2024
بارك الله لكما وبارك عليكما وجمع بينكما في خير
Jaarmaya bultii barakaa fi iimaanaan dallayamte isiniif haa taatu…
Ijji budaa isin hin argin
Ijji Haasidaa isin hin ildimin!
Haalli naaf mijatuu dhabee sirraa fagaadhus,gammachuu obboleessi namaaf gammadu siif gammadee jira. Obboleessa kiyya jabaa Jibril Esa . Proojeektii dhaloonni ittiin ijaaramu siif haa tahu.