Waa'ee Keenya

Waa'ee Keenya oromo and oromia

https://www.facebook.com/100071143037695/posts/396129222768509/Osoo waliigalteen dhukaasa dhaabuu jiruutii walitti bu'ii...
28/11/2023

https://www.facebook.com/100071143037695/posts/396129222768509/
Osoo waliigalteen dhukaasa dhaabuu jiruutii walitti bu'iinsi dhalate. Badii Hamaas himatte kanaan loltooti ishee miidhamuu Israa'el ibsiteetti.

Hamaas deebii kenneen miidhaan kan dhaqqabe ‘’diinni waliigaltee dhukaasa dhaabuu waan cabseefi’’ jedhe. Maaltu ta'e?

Beeksisa Qaxarrii Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee qaxarriifi jijjiirraan Barsiisota 475 dorgomsiisee qaxa...
28/11/2023

Beeksisa Qaxarrii

Biiroon Barnoota Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee qaxarriifi jijjiirraan Barsiisota 475 dorgomsiisee qaxaruu barbaada.

Google👍Dhaabbanni Guugilii torbee kanaa kaasee akkaawuntiiwwan yeroo dheeraaf hojiirra hin jirre kan haqu ta'uu beeksise...
28/11/2023

Google👍

Dhaabbanni Guugilii torbee kanaa kaasee akkaawuntiiwwan yeroo dheeraaf hojiirra hin jirre kan haqu ta'uu beeksiseera.

Akkaawuntiiwwan banamanii tajaajila malee waggaa 2 fi sanaa ol turan kan haqu ta'uu ibseera.

Murtoon kun Sodaa nageenyaa dhaabbaticharra ga'uu danda'u kan hir'isu ta'uu ibseera.

Akkaawuntiiwwan tajaajila malee turan kunneen koodii mirkaneessaa abbaa Diijiitii lamaa kan hin fudhanne ta'uu mirkaneessera jedheera.

Akkaawuntiiwwan kanneen fayyadamuun balaaf kan nama saaxilu ta'uus eereera.

Baatii Hagayyaa darbee eegalee maamiltoonni Akkaawuntiiwwan cufamanii turaniif lakkoofsa iccitii isaanii akka ammayyeessan of eeggannoo erguu isaa yaadachiiseera.

Gama biroon Akkaawuntiiwwan Yuutiiyuubii, Kaardiiwwan kennaa fi meeshaalee Diijitaalaan walqabatan kan hin haqamne ta'uu eeruu CNN gabaaseera.

24/04/2023
24/04/2023

Marii araaraa irratti namootni hirmaatan
1) Gama mootummaan namoonni bakka bu'an
1) Dr. Geediyoon Ximootiyoos
2) Amb. Reeduwaan Huseen
3) Kaffaaloo Tafarraa
4) Jeneraal Demissi
5) Obbo Boonsaa
2) Gama ABO-WBO namoonni bakka bu'an:
1) Jireenyaa Guddataa
2) Prof. Mohaammed Hasan
3) Obbo Tahaa Abdii
4) Paaster Bantii Ujuluu
5) Obbo Warquu
- - -
Qaamni sadaffaan:
1) Mootummaa Keeniyaa
2) Mootummaa Noorwey
3) IGAD

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waa'ee Keenya posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share