Bini Tefera Abdi

Call Directions Contact the establishment

Bini Tefera Abdi All ways, i praise my savior Jesus Christ

21/08/2026
Welcome fedho.
20/08/2026

Welcome fedho.

Sagaleen qaba
01/08/2026

Sagaleen qaba

Singer Melkamu Senbeta Music,mixing ...

Adoolessa 25Dawit Girma
31/07/2026

Adoolessa 25Dawit Girma

Dawit girma  Obboleessa keenyaa faarfataa Dawit Girma tumsuudhaaf deemsi gaariin jalqabamee jira.Dhimma eebba Albuma kan...
02/07/2026

Dawit girma



Obboleessa keenyaa faarfataa Dawit Girma tumsuudhaaf deemsi gaariin jalqabamee jira.

Dhimma eebba Albuma kanaan kan wal qabatu sagantaan addatti qophaa’u ni jiraata!
Isas koree sagantaa kanaa waliin ta’uun marii taasifnee yeroo gabaabaa keessatti bakkaa sagantaan kun itti gaggeeffamuu fi guyyaa sagantaan kun itti gaggeeffamu kan isin beeksifnu ta’a!

Egaa ammasitti immoo akkuma armaan gaditti argaa jirtan kana, Obboleessa keenya cina dhaabbachuuf akka ta’utti account n maqaa namoota sadiitiin (3) banamee jira, kanaaf waan humni keessa danda’uun Obboleessa keenya kana cina dhabbadhaa tajaajila isaa tumsaa jechuun dhaamsa keenya isa jaalalaaf kabaja guddaan guutedha! Ulfaadhaa 🙏

Solomon Alemu
Abdii Debala
Gadisa Tilahun
1000777665158 CBE

27/06/2026

Suturday mood,
making intro

25/06/2026

Inistrumental music

Faarsaa dinqii!!!
21/06/2026

Faarsaa dinqii!!!

Click This Link 👉 TO OUR YOU TUBE CHANNEL TO GET NOTIF...

20/06/2026

Address

Addis Ababa

Telephone

0917712915

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bini Tefera Abdi posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Bini Tefera Abdi:

Shortcuts

Share