Dr.Elias A

Dr.Elias A Har'a yeroo argate
Rasaasan si waade
Qaawwen si akaawe
Mana gumaa lixxaa
Ilma haadha raayee
Kan shan. teach ororo art

28/09/2025

Morma qabu
morma dhabu
jedhe digga saaqoo
mootii noolee
gaafa jaarsi sobaa oole
gaafa xiiqii gaafa qalmaa
anuu korma!!!!!!!!

23/07/2025

Biyya keenya bofa yoo ajjeesan mukarra fannisu.
Maaliif?
Deebii qofa deebisa its no polotics~~

09/07/2025

"Mullachuf osoo taane mullataaf hojjedhu."
Iddoo nagaa oola.

26/05/2025

gaafa fannise oromon gaafas achii ture haa fannifamu jedhe harka baasera moo hin baasne
Yaada ykn deebii nuf kenna warrii seenaa kana sirriitti beektan.

Address

Addis Ababa
1000

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr.Elias A posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Dr.Elias A:

Share