Derartu Negash

Derartu Negash Artist

😍❤️ Hiiga
10/01/2024

😍❤️ Hiiga

Innaa lillaahi wa Innaa ileeyhi raaji’uun!🥲Oduu Gaddaa!Artist hallo Daawwee Galgala kana Adaamaa mana jireenya isheetti ...
14/10/2023

Innaa lillaahi wa Innaa ileeyhi raaji’uun!🥲
Oduu Gaddaa!
Artist hallo Daawwee Galgala kana Adaamaa mana jireenya isheetti lubbuun darbitee jirti!😭

Yaa Aayyo halloo osoo biyya Alaa deemtee yaalmta jennuu lubbuun tee darbitee?

Rabbiin sitti haa araaramu

😍♥️
13/09/2023

😍♥️

Dachee kanaaf safuu 😭
04/09/2023

Dachee kanaaf safuu 😭

Mooti Kubbaa Miilaa Cristiano Ronaldo Hedduun Si Dinqisiifadha😍I Love CR7 🐐
12/08/2023

Mooti Kubbaa Miilaa Cristiano Ronaldo Hedduun Si Dinqisiifadha😍
I Love CR7 🐐

Guyyaa gaarii qabaadhaa. 😍♥️
10/08/2023

Guyyaa gaarii qabaadhaa. 😍♥️

Nama Guddaa Wajjiin 😍♥️Qaalii nama Hirpaa Ganfure 🙏
06/08/2023

Nama Guddaa Wajjiin 😍♥️
Qaalii nama Hirpaa Ganfure 🙏

Waliif 😍♥️
03/08/2023

Waliif 😍♥️

Qamar Jechuun Nama Bara Oromoof Falmuu Dhiisi Oromummaan Yakka Tahe San Keeysa. Nama Miniliki Nama miti Bineensa Jedhee ...
02/08/2023

Qamar Jechuun Nama Bara Oromoof Falmuu Dhiisi Oromummaan Yakka Tahe San Keeysa. Nama Miniliki Nama miti Bineensa Jedhee Sirbee Diina Maraache Finfiinnee Nafxiin Guutamate San keeysa Akka Leencaatti Nama mataa Ol Qabate Deema Tureedha. Qamar Leencaa Gita Hin Qabne Akkasitti Quba Qabaadhu Adeeroo!💥✌️

😍♥️
31/07/2023

😍♥️

Haadhookoo Waaqni qabbana is haa boqochiisu. Maatii fi hiritoottankeef jajjabina warra lubbuukee baasef Kan hojii isaani...
28/07/2023

Haadhookoo Waaqni qabbana is haa boqochiisu.
Maatii fi hiritoottankeef jajjabina warra lubbuukee baasef Kan hojii isaanii isaaniif haa laatu. 💔

Address

Oro
Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Derartu Negash posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share