Yaadannoo assosa university

Call Directions

Yaadannoo assosa university Grace for Grace!

- Ajjeechaan Oromoorraa haa dhaabbatu!- Daangaan Oromiyaa haa kabajamu!- Nageenyi Uummata keenyaa haa eegamu!- Finxaaley...
12/08/2026

- Ajjeechaan Oromoorraa haa dhaabbatu!
- Daangaan Oromiyaa haa kabajamu!
- Nageenyi Uummata keenyaa haa eegamu!
- Finxaaleyyii Oromiyaa keessa jirturratti tarkaanfiin haa fudhatamu!
- Hoggantoonnii fi Qaamoleen gocha daguuggaa sanyii Aanolee Godina W/Bahaa fi Horroo Guduruu keessatti geggeeffamaa jiru keessaa harka qaban seeratti haa dhiyaatan!
- Mootummaan Nageenya uummata keenyaa haa kabachiisu!

- Sagaleen keenya haa dhaga'amu!
- Uummanni keenya furmaata hatattamaa barbaada!

02/08/2026

Devo Milkaa'ina kee arguu kootti guddaa gammadeera Jabaa koo

‎Garaagarummaa IT fi ICT maalii?‎‎Yeroo ammaa addunyaa dijitaalaa keessatti IT fi ICT hubachuun murteessaa dha. Mee bal’...
08/07/2026

‎Garaagarummaa IT fi ICT maalii?
‎
‎Yeroo ammaa addunyaa dijitaalaa keessatti IT fi ICT hubachuun murteessaa dha. Mee bal’inaan haa ilaallu.
‎
‎💻 IT (Information Technology) Maali?
‎
‎IT jechuun Information Technology jechuudha.
‎Inni teknooloojiiwwan odeeffannoo kuusuu, qopheessuu, sirreessuu, eegu fi tamsaasuuf fayyadan irratti xiyyeeffata.
‎
‎🔹 Wantoota IT of keessaa qabu:
‎🖥️ Koompiitaraa (Desktop, Laptop)
‎💾 Software (Windows, Linux, MS Word, Excel)
‎🗄️ Database
‎🖧 Server
‎🛠️ System Administration
‎👨‍💻 Programming fi Software Development
‎🔐 Cybersecurity (eegumsa odeeffannoo)
‎
‎🔹 Kaayyoo IT
‎Odeeffannoo kuusuu (Storage)
‎Odeeffannoo qindeessuu (Processing)
‎Odeeffannoo sirnaan bulchuu (Management)
‎Rakkoo sirna teknooloojii furuu (Technical support)
‎
‎📌 Fakkeenya:
‎Baankii keessatti sirna kuusaa odeeffannoo maallaqaa bulchuu
‎Mana hojii tokko keessatti database hojjechuu
‎Software app tokko uumuu
‎
‎=>> IT irra caalaa odeeffannoo of keessatti bulchuu irratti xiyyeeffata.
‎
‎🌐 ICT (Information and Communication Technology) Maali?

‎ICT jechuun Information and Communication Technology jechuudha.
‎
‎ICT = IT + Qunnamtii (Communication)
‎Kana jechuun IT irratti hundaa’ee, dabalataan sirna wal qunnamtii dabalata.
‎
‎🔹 Wantoota ICT of keessaa qabu:
‎📱 Bilbila harkaa (Mobile phone)
‎🌍 Internet
‎📡 Network (LAN, WAN)
‎📧 Email
‎📺 Television digital
‎📻 Radio digital
‎🛰️ Satellite communication
‎📲 Social Media
‎
‎🔹 Kaayyoo ICT
‎Odeeffannoo dabarsuu (Transmission)
‎Namoota wal qunnamsiisuu
‎Odeeffannoo saffisaan addunyaatti tamsaasuu
‎Barnoota, daldala, sirna dijitaalaa deeggaruu
‎
‎📌 Fakkeenya:
‎Zoom fi Google Meet irratti wal arguu
‎Email erguu
‎Online barachuu
‎Mobile banking fayyadamu
‎
‎👉 ICT keessatti odeeffannoo qofa osoo hin taane wal qunnamtiin iddoo guddaa qaba.
‎
‎🎯 Hubannoo Ijoo
‎ICT bal’inaan IT of keessatti hammata.
‎IT malee ICT hin jiraatu.
‎Garuu ICT, IT caalaa bal’aa dha.
‎
‎=>>Gabaabumatti:
‎IT = Odeeffannoo bulchuu
‎ICT = Odeeffannoo bulchuu + Quunnamtii

27/03/2026

Baga Gara Digital nagayaan dhuftan

Barnoota Ethiocoders dabalate odeeffannoowwan technology wajjin wal qabatan
✍️Android devlopment
✍️Data Analysis
✍️Programming
✍️Artificial intelligence (AI

Namoonni haala mijataa hin qabne rakkina network fi haala garagaraatiin kan qabamtanii jirtan odeeffannoo keessan guutuu nuuf erguudhaan certificate Ethiocoders Arfan isaatuu isiniif hoojjachuudhaan isiin deeggarra jabaadhaa karaa keessaa koottaa

Yaadooko si eegna nagaan kottu
29/08/2025

Yaadooko si eegna nagaan kottu

Nagaan inni kan Yesuus Kiristoos hunduma keessanii wajjin haa ta'u.Itti aansuudhaan Waaqayyo na gargaaree faarfannaa haaraa mata-duree "Goomaraa" jedhu vedio clip dhaan qabadhee dhufaan jira.Faarfannaan dilbata iftaanii sa'aatii 11tti isin biraan geenya yoo fedha Waaqayyoo ta'e.Ammasitti post kana gochuudhaan hiriyoota keessan biraan naaf ga'aan affeerraa kooti.
https://youtube.com/?si=TajrlPRjkL6xLCl5

Yaadoo koo si eegna
22/08/2025

Yaadoo koo si eegna

Waaqayyo na gargaaree faarfannaa haaraadhaan dhufaan jira.Naaf kadhadhaa!!!

Address

Addis Ababa

Telephone

0961780235

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Yaadannoo assosa university posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category