31/07/2026
https://youtu.be/DV4sZ1hXidg?si=s3jaFg1a9u1fVY92
Sirbi haaraa Artist Gadaa Hamdaa "IRRAAN GORRU" jedhu bifa gadhifamee jira! ππ΅
Sirba mi'aawaa, yaadaa fi sagalee qulqullina olaanaa qabu kanaan bohaaraa! Ogummaafi aadaa keenya waliin yeroo bashannannu, deeggarsa keenyas haa agarsiisnu.
π§ Ammuma dhaggeeffadhaa: π Linkii bio irra jiru tuquun dhaggeeffadhaa/daawwadhaa!
Dhaamsa fi miira sirba kana irraa argattan comments irratti waan qooddaniif galatoomaa! Like, Share fi Subscribe gochuu hin dagatinaa. β€οΈπ