Caalaa Carcarr-CC

Caalaa Carcarr-CC My ATTITUDE IS MY STYLE! π‡π€π‚π‡π€π‹π”β™«πŸ’”πŸ₯² I am also not always Caalaa who loves good music u wanna see me doing short stint as a rapper and street dancer.
(2)

https://www.tiktok.com/

https://www.instagram.com/caalaa_carcar
𝐈𝐟 u π‚πšπ§'𝐭 manage ur π…π€πŒπ„ it turns into 𝐅𝐋𝐀𝐄 πŸ”₯ don't burn ursef! 𝐈 𝐀𝐦 not here for ππ€πŒπ„ 𝐨𝐫 π…π€πŒπ„! If u are looking for Caalaa in jail, or hospital or other place, u may not find me besides in Ethiopia oromiyaa balloo, at caffee gadaa band. My combination of trust in good, my passion for music, and my gifted skill h

elped me to take a challenge. To be who am I today by almighty willing and his purpose. that’s why every day I wake up β€œI say my god I trust u today”. no mater what may come my way . Things do happen for the reason:

23/04/2026

kan Arattanyatti galgala kana Samattarii fi Abdushakiir faan tuman san kana. Erga maayaa fidnee yaala argate booda asuma Oromiyaattiin du'a malee Roorroo sanitti hin deebi'u ja'ee dide..ummanni Maayaa simannaa godheefii kunbula I LIVE YOU jedhu bitanii itti uffisaniii jiru.. πŸ˜‚
Ummata akkanaa kanarraa dhalachuu caalaa maaltu nama boonsa?πŸ˜‚πŸ™Œ
Inboxi.. πŸ–πŸ™Œ
Ahammad 🀣🀣🀣

Kanaas galgala kana Samattarii fi Abdushakir   tumaniiti reefu BAJAJIn fuunee maayaa fidnee Glucosiin itti kaayamee, yaa...
23/04/2026

Kanaas galgala kana Samattarii fi Abdushakir tumaniiti reefu BAJAJIn fuunee maayaa fidnee Glucosiin itti kaayamee, yaaliin taasifameefii amma wayyaawee ciisaa jira..maqaan isaa . Iddoon dhaloota isaa Maayaa πŸ–πŸ†

Qilleensarra nuuf oolchi..πŸ™πŸ™ŒπŸ†
Jawar Mohammed🫣

21/04/2026

Haala qabatamaa amma keessa jirru!!

Hidhaa otuun taane kabajatu siif mala bro  chali Baga baate bro
21/04/2026

Hidhaa otuun taane kabajatu siif mala bro
chali Baga baate bro

"Yaa nama keenyaa Oromoo maaliif dagattuuYoo Minilik faarsitu kunoo ilmi kadhatt*uu" jettee turteAmmas gara feeteetti ha...
17/04/2026

"Yaa nama keenyaa Oromoo maaliif dagattuu
Yoo Minilik faarsitu kunoo ilmi kadhatt*uu" jettee turte
Ammas gara feeteetti haa baatu mee itti cabsimee!

17/04/2026

Name one thing you think is better than money πŸ’°

  Kaasaayeen nyaara ijaa haaddatee miliquuf yaale moo Kaasaayee qabna jedhanii   qaban?🀣  inni qabameefii inni durii wal...
16/04/2026


Kaasaayeen nyaara ijaa haaddatee miliquuf yaale moo Kaasaayee qabna jedhanii qaban?🀣 inni qabameefii inni durii wal hin fakkaatu.

15/04/2026

120 Wal sodaannekaa aanteeπŸ₯Ί

Kalees akkas turreHarras akkat jirraBarumti jijjiirameeYoom waa fura nurraa!??
14/04/2026

Kalees akkas turre
Harras akkat jirra
Barumti jijjiiramee
Yoom waa fura nurraa!??

Lafa Aanaan Raayituu obboo waaqoof kenne qabiyeen isaa kunootti. Bulchinsii Aanaa Raayituu ammas galatoomaa.
12/04/2026

Lafa Aanaan Raayituu obboo waaqoof kenne qabiyeen isaa kunootti.
Bulchinsii Aanaa Raayituu ammas galatoomaa.

11/04/2026

Nama umurii isaa guutuu ogummaadhan hawaasa tajaajilaa ture gaafa duriyyeen itti taphattu hedduu nama dhukkuba. Qaamni seeraa qaamota gochaa kana raawwatan irratti tarkaanfii isaan madaalu akka fudhatu abdii qabna. Part 11

11/04/2026

Nama umurii isaa guutuu ogummaadhan hawaasa tajaajilaa ture gaafa duriyyeen itti taphattu hedduu nama dhukkuba. Qaamni seeraa qaamota gochaa kana raawwatan irratti tarkaanfii isaan madaalu akka fudhatu abdii qabna. Part 10

Address

78, Rwanda Street & Washington
Addis Ababa
1230

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Caalaa Carcarr-CC posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category