Barii kee hadii

Barii kee hadii Jalaltii
Injiifatadhaa
Yomuu ❀️
πŸ’”πŸ’”πŸ’”πŸ’”πŸ’”
πŸ’˜πŸ’˜πŸ’˜πŸ’˜πŸ’˜
πŸ’˜πŸ’˜πŸ’˜πŸ’˜πŸ’˜

02/08/2024
  Salaallaahu Aleyhii Wassaallam πŸ’”
21/01/2024


Salaallaahu Aleyhii Wassaallam πŸ’”

S..A..WYa ikwanii Keyriin hallakaan kana isiin ha quunamtuu.🀲 Salawataa Busaa Jalalee kenyaa  Nabii muhamed iratii S.A.....
07/01/2024

S..A..W
Ya ikwanii Keyriin hallakaan kana isiin ha quunamtuu.🀲 Salawataa Busaa Jalalee kenyaa Nabii muhamed iratii S.A..W

02/09/2023
Kan akkanatti tuulamee argitu kun biyyee lafaa osoo hin taane,ilma namaati!😭😭🀲Ummanni keenna yeroo ammaan kana biyya su’...
25/07/2023

Kan akkanatti tuulamee argitu kun biyyee lafaa osoo hin taane,ilma namaati!😭😭🀲

Ummanni keenna yeroo ammaan kana biyya su’uud arabiyaa mana hidhaa gara garaa keessatti haala nama sukkanneessuun dararamaa jira,dhimmaa kana qaamni dhimmi ilaallatu cal’isee ilaaluu hin qabu keessumattuu qaamni mootummaa imbaasii su’uud arabiyaa keessa hojjattan lammiileen nagahaa akka gara biyya ofii nagahaan galan dhiibbaa gochuu qabdu.

Waggoota jahan darbe kana waan biyyi arabaa ummata keenna goote akkasuma qormaanni lammii keennarra gahaa turee’ ammas irra gahaa jiru, waan afaaniin dubbatanii fixanii miti,godaannisaafi nadaamaa yoomuu nukeessa hin baanne akka nuti hin fayyinetti numadeessan.

Kuun hidhamee kuun miidhamee kuun gurri duudee kuun qaamni madaa’ee kuun deemsa dadhabee kuun qaamni badee garii qalbiin cabde.kana hunda nurraa dhaabuuf shoorri mootummaa biyya geggeessuu ol’aanaadha,

Gumaa✍️

07/05/2023

Namoonni tokko tokko gadda Kee arguuf baaayyee dhama'u siif ammoo isaan kana Arguun jabina siif haa ta'u
Guyyaa gaarii hin taanetu si mudate Jechuun jireenya gaarii hin taane Qabdaa jechuu miti..

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Barii kee hadii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category