Haile and Hailu

Haile and Hailu This page is Haile and Hailu's official page. like and follow this page. Thank you!

From this twins page you can get different interesting issues related to art, education, business ,job advertisement ,special and unique history and other entertainment .

Shaggar shaggee lafaa_Kurruuftuu kottaatiiKitaaba Eebbisaa _Eebbisaa kottaatiiAbbaa     barreessaa jabaa kitaabota danuu...
06/12/2025

Shaggar shaggee lafaa_Kurruuftuu kottaatii
Kitaaba Eebbisaa _Eebbisaa kottaatii

Abbaa barreessaa jabaa kitaabota danuu Ebisa Bayissa tiin kan qophaa'e;Kitaabni mata dureen isaa ' MTP Theory' jedhu
Bor sa'a 7:30 irraa eegalee! Bifa ho'aan eebbifama!
Bakki: Riizoortii Kurriftuu: Africa Village
Malkaa Naannoo (Ashawaa Meedaa) Daandii Gamoo Shaaqaa irraa gara Buraayyuu Maaramii geessu irra.
Hundi keessan afeeramtaniittu!

31/10/2025

Mana keetii baatee eessayyu dhaquu Kee
Waaqayyo si haa eegu ba'uu keef galuu Kee
Rafuuf dammaquukee
Hallayyaa rakkinaa boolla isaattis hin kufiin
Duuti akka tasaa balaan akka tasaa
Mana keetti hin dhufiin
Karaattis hin hafiin lafa yaadde sana,lafa abjuu Kee sana
Eebbaan utuu hin ga'iin
Milkaa'innii fi nagaan, jaalalaaf gammachuun
Adda si irraa hin ba'iin
Inni hundumaa argu
Inni hundaa danda'u
Inni hundumaa beeku
Ba'uu keef galuu Kee Waaqayyo si haa eegu!

21/10/2025

Jaarraan dheeraa ta'us keessisaa baatiidha
Hiikkaan biyya kanaa bu'aama maatiidha
Olqabduun, Olqabaan, badhaasaanis badheen
Maatii keessaa baa'a gaariis ta'e gadheen!

26/08/2025

Oromoo jechuun bari!
Part Two
Walaloo _Afaan_Oromoo

24/08/2025

Oromoo jechuun bari!
Part One
Stay tuned for the next part!

Yeroo gammachuu waliin gammannu sana!Leenchakoo!  Rest in peace!!
09/08/2025

Yeroo gammachuu waliin gammannu sana!

Leenchakoo! Rest in peace!!

03/08/2025

Saba Guddaa!

10/07/2025

Inni kaan fixeensa ganama arginee galgalammo dhabna
Abbaa bara baraa si malee maal qabna
Kan turte, kan jirtu, darbitees kan jiraattu Yaa bara baraa Koo
Ani si waaqessuu hin dhiisu karaakoo!

Congratulation to Singer Adisu Wayima

First and foremost, we are incredibly thankful to God for his divine mercy and significant influence in our life!We woul...
28/06/2025

First and foremost, we are incredibly thankful to God for his divine mercy and significant influence in our life!
We would also like to thank all our families and friends for their unwavering support of all time.

Master's of Science in Economics,
Addis Ababa university
Glory to God!

Dear Dr,You did it and we are glad to see your wonderful and historical achievement on your study!may almighty God bless...
12/03/2025

Dear Dr,
You did it and we are glad to see your wonderful and historical achievement on your study!may almighty God bless your future path and career! Well done!

22/11/2024

Salaaleettis Baaleettis Walloottis Wallaggaattis
Diinni keenya tokkuma
Oromoodha yoo taate cal hin jedhiin gonkuma
Yoomiifin si abdadha hin baroodduu kormikoo?
Teessee narratti ilaaltaa utuu cituu mormikoo ?

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Haile and Hailu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Haile and Hailu:

Share