09/12/2022
Guuyyaa tokko ni gadditu guuyyaa tokko ni gammaaddu maaltu isiin gammachisa taphaa farnjiitif jechaa yoo tahee achumatti gammada malee asirraa fiddaani sagalee ummaata dhumatee hin awwaalinaa
Ummaata bishaan gabaterraa maaf taatan⁉️
Sammuu akkamiitu waa’ee kubbaa isin xinxalchiisaa jiraa⁉️
Ummaata dantaa mataa isaa qofaaf Dubbatu follow, share fi like jechaa ashaangulitti bohichaatin sobduu hundaa.
Barattoota malee ummaani oromoo biyyaaa kessaa hin jiruu saa⁉️
Hundaafu baraatu gingilchaa