Kaayyoo Electronics

Kaayyoo Electronics

19/10/2025

🙏HAPPY Sunday 🥰
19/10/2025

🙏
HAPPY Sunday 🥰

Waàmicha Birmannaa LammummaaUummata Oromoofi Itoophiyaa biyya keessaafi alaa hundaaf!Obboleessi keenya obboo       Dhukk...
28/04/2025

Waàmicha Birmannaa Lammummaa
Uummata Oromoofi Itoophiyaa biyya keessaafi alaa hundaaf!

Obboleessi keenya obboo Dhukkuba Kaleetiin dhukkubsatanii erga ciisani ji'oota sadii lakkoofsisuun hanga ammaa torbanitti marsaa lamà, torbeen qarshii 10,000(qarshii Kuma kudhan) oliin dhiqsiisaa lubbuu isaanii tursiisaa jiru. Haa ta'u malee obboo Galaanaa Hacaaluu nama hojii dhuunfaan maatii bal'aa bulchuufi ammattimmoo isaanii dhiqsiisuufis ta'ee yaalii baqaqsanii baasuun kan biroo dhaabuu(re planting )f qarshii 4,000,000 ( Miliyoona afurii) ol akka barbaachisuuf ragaa qorannoo fayyaa isaaniirraa waan hubatameef, namni kamiyyuu hamma humna keessanii osoo hin tuffatiin deeggarsa gochuufiin lubbuusaa du'arraa akka baraartaniifi Waaqayyoon kadhattaniif maqaa waaqa isa nagaa isiniif kenneetiin isin gaaffanna!

Qunceen walgargaarteetu Arba hiiti! akkuma jedhame, waan dandeenyuun cina isaanii haa dhaabbannu. Namoota biyya keessaafi ala jiran maraaf gochuu hin dagatiinaa.

Lakk herrega baankii Deeggarsi irratti Taasifamu:
1. CBE = 1000040003251
2. CBO = 1046100012708(baankii Hojii Gamtaa)

Maqaa Galaanaa Hacaaluu Baalii

Address

@amboo
Addis Ababa
0000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kaayyoo Electronics posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Kaayyoo Electronics:

Share

Category