Birtukan wallaga

Birtukan wallaga Baga Nagayan gara page kootti dhuftan!

Mallattowwan durbi tokko akka sijaallatte ittiin beektu.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤1.Yeroo ati dhungattu ija lamaaninuu junuunfachuu ...
26/09/2023

Mallattowwan durbi tokko akka sijaallatte ittiin beektu.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

1.Yeroo ati dhungattu ija lamaaninuu junuunfachuu qabdi.

2.Yeroo ati kabaltu si rukutuuf harka kaasuu dhiistee maddii ishee sukkuummachuu qabdi.

3.yeroo rifattu fakkeenyaa yeroo waa harkaa lafa bu'u "Wayyoo abaluu koo du'ee" jettee maqaa kee waamuu qabdi.

4.galgala yeroo siif bilbiltu garaan ciistee siif bbiluu qabdi.

5.Durba biroo waliin yeroo si agartu aartee boba'uu qabdi.

6.utuu ati hon bilbiliniif guyyaa tokko yoo oolte aartee mataan buwaafachuu irra darbee garaan ciniinuu qaba.

7.Wantoota dhiira biraa irratti argitu siif hawwuu qabdi.

8.Dhaabbateema hoggaa ati haammattee ofitti qabdu feentii hojjechuu qabdi.

9.Waan ittiin siif bilbiltu hoggaa dhabdu bilbila maatii isheetiin siif bilbiluu qabdi.

10.Maqaa keetiin alatti Buchee koo ,saree koo ,Garaa koo,waan ofii koo jettee si waamuu qabdi.hagima kudhanii kana yoo gootee obboleessa koo ati jaalallee mit haadha manaa gaarii qabdaati rabbii kee galateeffadhu!

 !!!! Gaaffii *Namni tokko walqunnamtii saalaa jiddu galeessan yeroo meeqa yoo raawwate fayyaalessa?? "jedhuuf deebiin i...
02/09/2023

!!!!
Gaaffii *Namni tokko walqunnamtii saalaa jiddu galeessan yeroo meeqa yoo raawwate fayyaalessa?? "jedhuuf deebiin isaa wantoota baay'ee irratti hundaa'a. Fknf, umrii, fayyaa guutuu qaamaa, haala hojii, turtii waliin jireenyaa fa'a. Kunniin akkuma jiranitti ta'ee qorannoon garagaraa jiddu galeessan torbanitti si'a (guyyaa) tokkoo lama gahaadha jedha.

Qorannoon kun dabalees, jaalala keessatti lakkoofsa walqunnamtii saalaa caalaa qulqullinni isaa baay'ee murteessadha jedha. Yeroo baay'ees walqunnamtii saalaa torbanitti yeroo baay'ee kan raawwatan caalaa kan torbanitti si'a (guyyaa) tokkoo lama raawwatan hariiroo isaanitti gammadoo fi turtii yeroo dheeraas akka waliin jiraatan ni ibsa. Isin maal jettu???

Kitaaba Xiinsammuu Damma Daamuu (Atis Injifachuu ni Dandeessa) jedhurraa kan fudhatame:✅Qabsoo Jireenyaa akka itti moo'u...
03/08/2023

Kitaaba Xiinsammuu Damma Daamuu (Atis Injifachuu ni Dandeessa) jedhurraa kan fudhatame:

✅Qabsoo Jireenyaa akka itti moo'u nama beekuuf jireenyi dhangaadha.
✅Sirriitti akeekkadhu.Mul'ata qabaadhu.
✅Gara itti deemtu hin beektu tannan galmakee hin qaqqabdu.
👉Bakka mukti goolii jiru hin beektu tannan callistee kubbaa dhiituun kee gatii hin qabu.
👉Milkaawwuf dharraa qabaadhu.
👉Namni kufatii faarsu kufatii jalaa hin miliqu.

☑Abdiin nama ishee abdatu cina jirti.
✅Of onnachiiftu malee wanti salphaati siif milkaa'u hin jiru.
👉Namoota waan addaa hojjechuu barbaadaniif kophaadhaaf jireenyi lafarraa injifannoodhaan goolabama.
🔜Injifaachuuf utuu hin kutatin waraanatti seenuun balaa fida.
♦Kutannoo qabda tannan bakka yaadde ooltee bultee ni geessa.
♥Ofirratti amantii qabaadhu
⭐Nama ofirratti amantii qabu amantii inni ofirratti qabu isa tiksiti.

⏭Shakkiin tulluu kufaatii ijaara.ofirratti amanuun immoo tullicha jigsa.
➡Yoo waraana keessa gootummaadhaan darbite,medaaliyaa argatta.
🔝Fiixee damee mukichaa bira gahuu hin sodaatin, ijisaa kan jiru bakka sanadha.

✍Kaka'umsa keetiin waa hojjechuu jechuun dukkana jabaa keessatti tirika ibsuu akka jechuuti. Halkanichi hamma fedhe dukkanaa'ullee ifi baatirichaa daandii kee sitti agarsiisa.
👉Yoo waraana tokko mo'uu barbaadde,dursitee waa'ee waraanichaa beekuu qabda.

🕓Rakkinaaf furmaata kennuuf yeroo gaariin akkuma rakkichi mul'ateen tarkaanfii fudhachuudha.
👉Namiyyuu humna dinqisiisaa ta'e tokko qaba. Innis humna waan barbaade filachuu
➡Wanti qophiin isaa gaarii ta'e,walakkaa ol akka waan hojjatameetti fudhatamuu ni danda'a.

Waan dubbistaniif galatoomaa!!
YouTube koo subscribe gochuuf
https://youtube.com/channel/UCo5P7sYLQutxsA9Txj4W3_A

27/07/2023

Faayidaa fi Miidhaa Duubaan wal qunnamtii saa*laa raawwachuu (Pros and cons of doggy style?
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
Inni kuni kan raawwatamu yeroo baay'ee dubartiin jilbeeffattee, harkaan immoo lafa qabattee ykn dhaabbattees gadi jechuudhaan wal qunnamtii saa*laa raawwatamuudha.
69 jechuudhaan warri waamanis jiru.
Akkaatuma lakkoofsota kanneenitti, dhiirri dhaabbatee, rifeensa, ykn mudhii ishee qabachuudhaan, dubartiin immoo hudd*uu ishee banaa gootee(qoobsitee) bifa walqunnamtii saa*laatiif mijatuun lafa qabachuun ykn waan fuul dura ishee jiru qabattee kan rawwatamuudha........

Utuu karaa darba jirtu gaafa dhiira bareedaa  tokko argitee simeetin sitti ja'uu😏
19/07/2023

Utuu karaa darba jirtu gaafa dhiira bareedaa tokko argitee simeetin sitti ja'uu😏

Kana Beektuu Laata ??~ Hantuutni dhaltee guyyaa tokko booda kan ulfooftu ta'uushee.~ Kaangaaroon qaama saalaa lama qabaa...
18/07/2023

Kana Beektuu Laata ??
~ Hantuutni dhaltee guyyaa tokko booda kan ulfooftu ta'uushee.
~ Kaangaaroon qaama saalaa lama qabaachuushee.
~ Bofni kan fuunfatu arrrabaan ta'uusaa.
~ Qurxummiin halkaniifi guyyaa kan hin rafne ta'uusaa.
~ Raachi kan dhaga'u ijaan ta'uusaa.
~ Bofti akka miilaatti cinaachatti fayyadamuusaa.
~ Kanniisni ija isaa keessatti rifeensa biqilchuusa.
~ Urunguun tasuma ija sossoossuu fi naanneessuu hin dandeessu,garuu mormi ishee digirii 279 naanna'uusa.
~ Shinbirri halkanii miilaan deemuus,dhaabba
chuus hin dandeessu. Miilli ishii garmalee qallaa ta'uusa.
~ Bofti osoo raftuu arguu danda'uushee.
Yoo barruun tun siif tate Share, like fi Comment gochuun hiriyoota kee garaa garaa biraan gahuu dagatina.

Galatoomaa!

Barreeffamaan namoota na gaafattaniif, Fedhii wal qunnamtii saa*laa ofiin of gammachiisuu(masturb*ation) rakkoo fayyaa a...
15/07/2023

Barreeffamaan namoota na gaafattaniif, Fedhii wal qunnamtii saa*laa ofiin of gammachiisuu(masturb*ation) rakkoo fayyaa akkamii geessisa? Taateen kun namoota baay'ee biratti kan baratame yoo tahu dhiiraaf dhalaa baay'een gocha kanaan wal baraniiru. Namoota baay'eettis araada ta'ee kan rakkisaa jiru keessaa tokko.
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Miidhaan isaa maali?
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
1. Dadhabbii qaamaa cimaa,
2. Rakkoo kahuu dhabuu qaama saa*laa,
3. Rakkoo Dafanii dhangal*aasuu dhiiraa ykn Dafanii fedhii fixa*chuu dhalaa,
4. Dhiphina ykn stress f nama saaxila
5. Mukuu/dibbirtii Hamaa fi gaabbii fida,
6. Baay'ina Ispee*rmii hir'isuun dhala dhabuuf nama saaxila,
7. Yeroo namaa qisaasessuu (dadhabbiirran kan ka'e, yeroo dheeraaf hirriba rafuurran kan ka'e.
8. Rakkoo ir'aanfachuu /waa yaadachuu dhabuu,
9. Yeroo wal qunnamtii saa*laa gammaduu dhabuu.
10. Fayyaa hafuuraa keenya miidha.
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Fayyaa hin dhabinaa
©️ Dr Nafyad Getu

Yeroo Wal qunnamtii S**l** Wantoota Dubartiin Jibbitu.•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••Dubartoonni yeroo wal q...
13/07/2023

Yeroo Wal qunnamtii S**l** Wantoota Dubartiin Jibbitu.
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Dubartoonni yeroo wal qunnamtii s**laa wantota isaan jibban muraasa ta'us, garuu qabxiilee ijoo ta'an jaha(6) amma waliin ilaala.

1. Yeruma xiqqoof qaama ho'isuu (short foreplay): Yeruma tokkoon qaqqabachuun, dhungachuu fiiganiituma raawwachuu dubartiin kamuu hin jaalattu. Fedhiin dhiiraa dafee dhufa; dafee qorras, dubartiin garuu fedhiin ishee dafee hin dhufus ho'inaan immoo daftee hin dhabamtu. Kanaaf qaama ho'isuun yeroo dheeraf raawwachuu qabda.

Amaloota Jaalala Fayya Qabeessaa Fidan kudhan (10)!XIINSAMMUU 0011. Jechoota kana sadan "Sin jaalladha", "Galatoomi", "D...
02/06/2023

Amaloota Jaalala Fayya Qabeessaa Fidan kudhan (10)!

XIINSAMMUU 001

1. Jechoota kana sadan "Sin jaalladha", "Galatoomi", "Dhiifama" bakka isaan barbaachisan hundaatti utuu of hin qabiin fayyadamuu.
2. Yoo balleessaa walirratti argan, hiriyyaa biraa, facebook fi namoota birootti haasa'uu dhiisaanii kallattumaan walitti haasa'uu.
3. Jireenya dhuunfaa qabaachuu jaalaleewwan lameenii. Jireenya waliinii akkuma qaban, jireenya dhuunfaa isaaniifis kabajaaf bakka qabaachuu qabu. Jireenyi isaanii 100% kan waliinii ta'uu hin qabu.
4. Jaalalli isaanii jaalala waan ammaa irratti hundaa'e ta'uu qaba. Fuulduratti ni jijjiiramna jedhanii ykn ni guddanna abdii jedhu qofarratti waljaalachuun jaalala hundee dhabeessa taasisa.
5. Amanamummaa, iftoomina, walhubachuu fi waliin haasa'uun dirqama. Icciitiin dhoksaa hedduun jiraachuu hin qabu.
6. Jalalleewwan lamaan yoo kan waliin qunnaamtii saalaa raawwatan ta'eef, lameen isaaniiyyuu gammachiisuu qaba. Ta'uu baannaan jaalalli isaan lameen gidduu jiru dhugaa ta'uunsaa hin amansiisu.
7. Yeroo qaamaan wal arganis ta'ee yeroo bilbilaan waliitti haasa'an haasaan isaa/ishee, jaallallee isaa/ishee kolfisiisuu fi gammachiisuu qaba. Waliin hin kolfan, waliin hin gammadan taanaan haasaan isaanii waljibbisiisaa deema.
8. Jaalalleewwan lamaan maatii fi hiriyyoota walii waliif kabajuu fi jaalachuu qabu.
9. Garaa garummaa walii hubatanii, waliif kabajanii, waliif danda'anii jiraatu.
10. Waldhabdeen jireenya isaanii keessatti yeroo tokko tokko jiraachuu qaba. Waldhabdeen tasuma hin jiru taanaan gadi fageenyi jaalala isaanii shakkisiisaadha.

YouTube irratti na hordofuuf https://youtube.com/channel/UCo5P7sYLQutxsA9Txj4W3_A

❤️ERGAAWWAN JAALALAA❤️👉Uffata(wayyaa) kee caalaa onneen kee akka hin xuroofne of eeggannoon qabi. 👉Akkuma uffata kee dhu...
20/02/2023

❤️ERGAAWWAN JAALALAA❤️

👉Uffata(wayyaa) kee caalaa onneen kee akka hin xuroofne of eeggannoon qabi.
👉Akkuma uffata kee dhukkee fi balfa irraa eegdu onnee keetiis hammeenya, shira, jibba, hammina, tuffii fi hinaaffaa irraa eegi.
👉Akkuma uffanni yeroo xuraa'u foolii fi bifti isaa jijjiiramu, onneeniis yeroo wantoota kanaan faalamtu fooliin ishee baayyee jijjiirama.
👉Onneen wantoota kanaan faalamtee xuroofte farra jaalalaati.!!

👍Wanti nama bareechuu(miidhagsu) bareedina fuullaa ykn uffataa osoo hin taane amala, eenyummaa fi maalummaa keessoo
isaati.!!!
👍Osoo keessoon kee dukkanaan golgamee, onneen kee hammeenyaan dhifamee jiruu gubbaan kee bareedina fedhe qabaatuus, uffata hariiraa akkam bareeduu fi gatiin isaa qaalii uffattee burtukaana fakkaattuus, ati burtukaana keessi urtoo(raammoo)ti.!!

👍Namni jaalalaaf si kajeelu hin jiru.
👍Bareedina nama tokkoo gubbumarra laaltee jaalalaan irraa qabamuu dandeessa. Garuu hubadhu! Kan jiraattu haalaaf amala nama sanii waliin malee bareedina fuula isaa/ishee waliin miti.
👍Bareedinaaf yoo ta'e "hiddiin ala bultee, okkoteen immoo mana bulte" kan jedhan sana yoomillee yaadadhu.

👍Miidhaginni bifaa jaalala ijaatiif ka'uumsa ta'uu mala. Garuu bareeddinni fuulaa wabii jaalala dhugaatii fi bultiif wabii ta'uu hin danda'u. Kanumaaf ta'inna laata warri keenya kan Bareedina dhiqanii hin dhugan" jedhaniif"!!

Youtube irratti na hordofuuf linkii kanati bu'aa

https://www.youtube.com/channel/UCo5P7sYLQutxsA9Txj4W3_A

Waan dubbistanif galatoomaa!
Horaa bulaa deebanaa!!

Waanta akka sirra gahu hin barbannee namarrati hin raawwatin!Halkan gaarii qabadha
07/09/2022

Waanta akka sirra gahu hin barbannee namarrati hin raawwatin!

Halkan gaarii qabadha

Address

Bole
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Birtukan wallaga posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Birtukan wallaga:

Share