Start Oromia

Start Oromia Organisation

14/08/2021

https://youtu.be/Vb03w-G99og
& new Oromo music 2021 Abjuun Nuu Kafte 2ffaa wantaa Keenya Muruuf Moo farhaan? Gutuu isaa link Aasii oli kanaa Tuqaa lalaaπŸ‘ˆπŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†

14/08/2021

& Gutuu isaa linkπŸ‘‡
https://youtu.be/Vb03w-G99og new Ethiopia Oromo music 2021 million 1Galchuu Qabna link Kan Tuqaa irran Facaa.

30/07/2021

WBO Force

Hayyuu keenyaa Abshiir Yaa Rabbii biraa Nuf jiradhuu ☝️
30/10/2020

Hayyuu keenyaa Abshiir
Yaa Rabbii biraa Nuf jiradhuu ☝️

  leencaa Fakkii Nama Itti mudi
19/09/2020

leencaa Fakkii Nama Itti mudi

06/09/2020

Qabsaan Nii Kuufaa Qabsoon Itti Fuufaa πŸ’ͺ
Ilmaa saba Hamtuun sin argiin
Leencaa oromoo dha β™₯️

Abiy is a killer
abiy must Go

  Bilxigiinnaa must Go Nafxanyaa must Go Abiy is A killer Abiy is shadow
06/09/2020


Bilxigiinnaa must Go
Nafxanyaa must Go
Abiy is A killer
Abiy is shadow

α‰ α‹šαŠ• αˆ°α‹“α‰΅ αŠ αŠ•α‹΅ αˆ‹α‹­ αˆ˜α‰†αˆ ምርጫ α‰₯ቻ αˆ³α‹­αˆ†αŠ• αŒα‹΄α‰³αˆ ጭምር αŠα‹α’ αŠ¨αˆαˆ‰αˆ α‰₯αˆ„αˆ­ α‰₯αˆ„αˆ¨αˆ°α‰¦α‰½ αŒ‹αˆ­ αŠ αŠ•α‹΅ αˆ‹α‹­ αˆ†αŠαŠ• αŠ₯αˆ„αŠ• α‹¨αŠααŒ αŠ› αˆ΅αˆ­α‹“α‰΅ αˆˆαŠ αŠ•α‹΄αŠ“ ለመጨረሻ αŒŠα‹œ αŠ₯αŠ“αˆ΅α‹ˆαŒα‹³αˆˆαŠ•α’
06/07/2020

α‰ α‹šαŠ• αˆ°α‹“α‰΅ αŠ αŠ•α‹΅ αˆ‹α‹­ αˆ˜α‰†αˆ ምርጫ α‰₯ቻ αˆ³α‹­αˆ†αŠ• αŒα‹΄α‰³αˆ ጭምር αŠα‹α’

αŠ¨αˆαˆ‰αˆ α‰₯αˆ„αˆ­ α‰₯αˆ„αˆ¨αˆ°α‰¦α‰½ αŒ‹αˆ­ αŠ αŠ•α‹΅ αˆ‹α‹­ αˆ†αŠαŠ• αŠ₯αˆ„αŠ• α‹¨αŠααŒ αŠ› αˆ΅αˆ­α‹“α‰΅ αˆˆαŠ αŠ•α‹΄αŠ“ ለመጨረሻ αŒŠα‹œ αŠ₯αŠ“αˆ΅α‹ˆαŒα‹³αˆˆαŠ•α’

  Gurbaa Haadha Male Abbaa wakaatuu. Sarichaa Addunyaa sit Ka'ate Dur sii Bekkaa akkaaNafxanyaa tate.   ta'e isiniti Gar...
05/07/2020


Gurbaa Haadha Male
Abbaa wakaatuu.
Sarichaa Addunyaa sit
Ka'ate Dur sii Bekkaa akkaa
Nafxanyaa tate.
ta'e isiniti Garsiisa
Jeete!
Tate siti Garsiifna.
jibituus 4 kilo kan sii geese
Oromoodha kan sii baasus oromoodha.

05/07/2020

MANGUDDOOTA MOOTUMMAA KANAAN GOWWOOMFAMAA JIRTANIIF!
Bilxiginnaan Oromiyaa keessatti dachiin itti golgoloofteetti. Waan qabduu fi gadhiiftu wallaalteetti. Akka odeessa dhufaa jiruutti ummataan tumfamuu fi kophxeeffamuun isaanii mirkanaahee jira. Kana keessaa bahuuf jecha manguddoota kan dandeesse horiin sossobdee kan didanis doorsiftee 'ummataan walitti nu araarsaa' jechuun waywaachaa jirti. Oromoo fi mootummaa Itoophiyaa dhufaa darbaa keessatti takkaa araarri rakkoo furee hin beeku. Abiishee Garbaa, Taaddasaa Birruu, J/Waaqoo Guutuu fi gootota meeqaatama akkasitti nyaatan. Araara jedhanii waamanii jabaa nama keenyaa galaafachaa yoona gahan. Kan biraa yoo hafe Jawar Mohammad fi Baqqalaa Garbaa dheengadda kan qaban mareedhaaf waamanii gowwoomsuudhaan itti marsanii ti qabanii hidhan. Oromoon bara dhufaa darba irraa kana hin baranne yoomuu nama hin tahu.

Manguddoota Oromoo maqaa ''araara'' jedhuun sirna kanaaf ergamaa jirtaniif dhaamsa belbeltuu qabna. Yeroo kanatti mootummaa kana waliin dhaabattanii maqaa araaraatiin ummata keenya hin burjaajessinaa. Dhiigni nama keenya jigaa jiruu fi cubbuudhaan hidhamaa jiruu abadan isin hin dhiisu. Kabajaa keessan eegaa gama ummataa goraa sirna bulguu kana ofirraa lolaa. Oromoo ibidda isarratti qabsiifame ofirraa dhaamsuuf lolachaa jira. Qabsoo saba kanaatti gufuu hin tahinaa. Yoo dandeessan hogganoota qabsoo cubbuudhaan mana hidhaatti naqaman hiiksisaa! Hidhamtoota hiiksisuuf Oromoo irraa haaldureen eegamu tokkollee hin jiraatu. Qabsoon finiinee itti fufa. Hidhamtoota keenya tolaan yoo didan lolaan ni hiiksifna. Manguddoonni diinaan gowwoomfatan garuu mootummaa bor kuftuuf jecha seenaa keessan hin balleessinaa.

Ilmaan Haadha Sale Diqalaa Haadha Raaw jarsuumma enyuuf dhaqxan Guyyaa tokko Gadi Bataani Hangaa πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚ mootummaan ummaata...
16/06/2020

Ilmaan Haadha Sale Diqalaa Haadha Raaw jarsuumma enyuuf dhaqxan
Guyyaa tokko Gadi Bataani Hangaa πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚ mootummaan ummaata keenyaa ajjeessu mootummaatti jarsuumma nuuf hin dhaqnee.
Garuu Gaafa mootummaan muddaamsuu keessaa Galtuu kadhaannaf asif achii marmaartuu. Abbooti Garaa.
Dhumati Uummataa keenyaa irraa Siyaasaa mootummaattu isin yaachiisem!
Uffaanni isin Uuffaattan kun yoo xiqaate sirnaa oromoo biraatti ittin kabajaamu Gadaa faana maqaan isa ka'aa.
Nagaa bakka isin geessaanitti hin bu'iin. Hattoota. Hoollotaa. Seenaa Garri HojjetaanπŸ˜‚

15/06/2020

Sagalee UUMMATAAπŸ’—β™₯οΈπŸ™
Ka'ii QEERROO fi QARREE =OROMIA offi Yaadadhu.
Fincilaa Diddaa Gabrummaa kutalee Marti keessaan ka'a Itti Fuufaa .
TOKKUMMAA Jabeessaa Diinaa Barbadeessa.
Gabronfaatan Nii Kuufaa πŸ‘Ž
Biliissuummaa Nii Dhufaa πŸ™
Qabsaan Nii Kuufaa
Qabsoon itti Fuufaa πŸ’ͺπŸ’ͺ
Bilxigiinnaa dawon

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Start Oromia posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share