Qeerroo Entertainment

Qeerroo Entertainment Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Qeerroo Entertainment, Arts and entertainment, Ethiopia Oromia Region, Addis Ababa.

Warri namummaa ganeSi nyaachuu fedhanii“Ilmi kee bosona” Jira siin jedhani!Maarree yoo jiraateIsuma hin lolanii?Yoo laph...
02/11/2023

Warri namummaa gane
Si nyaachuu fedhanii
“Ilmi kee bosona”
Jira siin jedhani!

Maarree yoo jiraate
Isuma hin lolanii?
Yoo laphee qabaatan
Ofirraa hin qolanii?
Ati maal yakkite - maaliif kabaja kee
Sirraa soqolanii?

Situ bakkee labaa?
Situ qawwee qabaa?
Situ fincila kaasee
Situ itti dhukaasee?

Maaliree harmee koo
Maaf si hidhan harka?
Nama bosona seene
Da’uu keetu yakkaa?
Maaliree harmee koo
Maaf si baasan lubbuu?
Deessee guddisuu malee - daartee uffisuu malee
Maal hojjette cubbuu?
Akkuma jedhanuu
Barbaadnaan dhala kee
Innoo bosona jiraa
Maaf dhufan mana kee?

Cubbuun gadameessa kee
Oolmaan dugdaafi kaasuu
Warra lubbuu kee baase
Lubbuu isaanii haa baasu!
Silaa abdii hin qabnu
Namarraa - lafarraa
Dhugaa keef haa falmu
Waaqayyo Waaqarraa!

Baga oofkaltan Irreecha Dubai Hiriyoota qaalii Biqiltuu Addunyaa Marsii Abboomaa
28/10/2023

Baga oofkaltan Irreecha Dubai
Hiriyoota qaalii
Biqiltuu Addunyaa
Marsii Abboomaa

Ani Dhiira Qofan se'ee Edaa Shamarranis surree gadi buusanii deemuuyii?
23/01/2023

Ani Dhiira Qofan se'ee Edaa Shamarranis surree gadi buusanii deemuuyii?

14/01/2023

Anaan Lammiikoo 😭😢😭😭
04/12/2022

Anaan Lammiikoo 😭😢😭😭

Address

Ethiopia Oromia Region
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Qeerroo Entertainment posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share