Hayyuu Art

Hayyuu Art Bishoftu

Ajjeecha jumlaa uummata oroomoo karrayyuu irratti waraana abiyitiin raawwatame ni balaaleffanna.sagalee waliif haa taanu...
03/12/2021

Ajjeecha jumlaa uummata oroomoo karrayyuu irratti waraana abiyitiin raawwatame ni balaaleffanna.sagalee waliif haa taanu walirratti laaluun ofirratti laaluudha

Wallagga baaha  waraana abiyin ajjeefamaa jiranidha
02/12/2021

Wallagga baaha waraana abiyin ajjeefamaa jiranidha

02/12/2021

QEERROON TPLF ANGOO IRRAA BUUSE AMMA MAAQAANSAA SHANEEDHA????

24/10/2021

Mixii fardi irra ejjete
Lubbuun haftiif barbaaddaa?
Bungulloodhaan sibiila
Nan cabsa jettee yaaddaa?

Funyaaniin dubbattaaree?
ciqilee dhungattaaree?
Lukkuu dhagaa nyaachiftaa?
Tulluu bakkaa kaachiiftaa?

Botoroo muka battee
Kan mataan keessi dooluu
Erga dhugaa lagattee
Qullaatt hafuunkee hin oolu!

31/05/2021

KANA BEEKTUU LAAT?
Qeerroo fi qarreen kaleessa harkasaa ol kaasee magaalaafi baadiyyatti falmee harkaa duwwaa of wareegaa ture AMMA caakkaa oromiyaa keessa seenee akka qawwee ol kaasee BEEKTUU?
KANA HOO?
poolisii fi humni addaa oromiyaa har'a qeerroo fi uummata oromoo ajjeesaafi dararaa jiru kun uummatichuma dararama jiru wajjin kaleessa dararamaa turuusa.
KANA HOO?
Yaa polisii oromiyaafi humna addaa oromiyaa ilma hiyyeessa waan taateef fedhiikee malee hojii kana keessa seente ijoolleen warra ati ergamaafi jirtu kanaa polisii miti iddoo gurguddaa fi biyyoota alaa jiru ati garuu uummata kaleessa siwaliin dararamaa ture mirga isaaniitiif qabsoofta otoo jennuu haadhoo kee ajjeeftee haadhakee boochisaa jirta.mana irratti gubdee qullatti hambisaa jirta. ABBAA AANGOO TIKSITEE ummatakee dararuurra UUMMATAKEE SIIF WAYYAAN DHAAMSA KOOTI

WALLAGGAAF HAA BIRMANNU Mootummaan naafxanyaa safeeffannaa hin beekne lola itti banee jira.
07/01/2020

WALLAGGAAF HAA BIRMANNU
Mootummaan naafxanyaa safeeffannaa hin beekne lola itti banee jira.

Yeroo tokko jimmaa deemeen otoon galaa jiruu konkolaataan keenya gaafa walqixxee gahu namichichi mataa cifaaroo tokko nu...
07/01/2020

Yeroo tokko jimmaa deemeen otoon galaa jiruu konkolaataan keenya gaafa walqixxee gahu namichichi mataa cifaaroo tokko nutti dabalamee bakki ana qofaa bira jira waan ta 'eef na bukkee taa'ee deemsa eegalle akka carraa shaanxaan koofi Kan namichichi qabatee deemu bifaanis hammaanif Wal fakkaataadha ture.deemnee deemnee gaafa keellaa gubbaa geenyuu poolissoonni nu qorachuudhaaf akka nuti borsaa keenya qabannee buunuuf nu ajajan.achumaan namichichi borsaa kankoo fudhatee bu'e.animmoo kanssa kankooti se'een fuudhee bu'e,yeroo qoratamnnee ol galuu eegallu namichichi hunda dura borsaa kootiin qoratamee ol seene animmoo namoota muraasa duuba qoratamuuf yommuun borsakoo banee itti argisiisuu waanan Ani keessaa hin keenye peestaala gurraachaan waan hidhamee keessa taa'utu jira,achumaan akkan peestaalicha hiikuuf na ajajnaanan yommuun hiiku ammas peestaala adiidhaan hidhamee Kan taa'utu jira achumaan gaafan peestaala adii hiiku mataa nama irraa citaa dhiigaan makametu keessa jira.ani nahe of wallaalee poolisoonnis,namoonni achi jiranis hunduu naasuudhan of wallaalani Ani addumatti naasuurraan Kan ka'e dafqikoo lafarra lola'e.yommusuma poolisoonni boba koo garanaaf garasiin qabanii borsicha na baachisanii gara Mana sirreessatti na qajeeshuuf jedhan.EDAA YOMMUUN HIRRIIBAA DAMMAQU "ABJUUDHA"

Address

Finfine
Addis Ababa
AAA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hayyuu Art posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Hayyuu Art:

Share

Category