12/07/2023
Harka Fuune, Akkam Jirtuu Kabajamtoota uummata Oromoo. Kanaan Dura Artistota hedduuf Muuziqaa Qindeessuun Artii Keenyaf Lafee Dugdaa Ta'uun Kan Beeknu Gajo Tilahun ( Yeedaloo Studio ) Amma Immoo Sirba Mataa Isaa Mata Duree HAMBAA jedhuun Karaa Barrikoo Entertainment Nuuf Qabatee Dhufeera. Mee Akkamiin Simattuu ?.https://youtube.com/