Malkaa AG - L²

Malkaa AG - L² Art is life! Aartii keenyaan Afaan, Aadaa Duudhaafi Seenaa Oromoo yaa guddifnu !

Abbaltii Aarkiteekcharii waggaa lammataa, samisteera lammataa
13/08/2022

Abbaltii Aarkiteekcharii waggaa lammataa, samisteera lammataa

Commissioned workJS
16/03/2022

Commissioned work
JS

Sabboonaa❤️💚❤️
22/02/2022

Sabboonaa❤️💚❤️

Waansaa jalqabe kormi

 🖤🖤🖤🖤❤️❤️❤️❤️🤍🤍🤍🤍
18/11/2021


🖤🖤🖤🖤❤️❤️❤️❤️🤍🤍🤍🤍

Nam-jabaa takka qabadhee dhufaan jirah
16/11/2021

Nam-jabaa takka qabadhee dhufaan jirah

Karaa baayyee qabnaaYoom nu dhibee karaan irra deemnuuSilaa numa deemnaa, numa deemnaaMaaliif galma hin geenyuu?Karaatu ...
24/09/2021

Karaa baayyee qabnaa
Yoom nu dhibee karaan irra deemnuu
Silaa numa deemnaa, numa deemnaa
Maaliif galma hin geenyuu?
Karaatu nu qabemoo garaadha laa maaf gahuu dadhabnee?
Duunee gumaa dhabnee lammiikoo ammahoo nuu gamee

Happy womb escape day Oromtittii
10/09/2021

Happy womb escape day Oromtittii

Ana falmataan Gadaa boonsaan sirna Abbaa GadaaYoo Oromoon tokko tahe diinnisaa baqee badaaWaggaa 25nan hardhaa ture kan ...
30/08/2021

Ana falmataan Gadaa boonsaan sirna Abbaa Gadaa
Yoo Oromoon tokko tahe diinnisaa baqee badaa

Waggaa 25nan hardhaa ture kan Eebbisaa Addunyaa wareegame 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😭😭😭😭😭😭😭😭Yoomuu si hin dagannu 😍😍😍😍😍😍😍

Odaa electronics keessani koottaa bitadhaa siniin jedhu
08/08/2021

Odaa electronics keessani koottaa bitadhaa siniin jedhu

Qaxaleekoo❤️💚❤️ quick sketch with blue ball pen
08/08/2021

Qaxaleekoo❤️💚❤️ quick sketch with blue ball pen

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Malkaa AG - L² posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Malkaa AG - L²:

Share

Category