Gubee-Lolee koo

Gubee-Lolee koo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gubee-Lolee koo, Adama.

Ilaali gadhee!Isheen bosona mana jireenyashee gidhatte kunis akkuma kee manashee teessee amma balaxxaguu borummoo balaqq...
14/10/2020

Ilaali gadhee!

Isheen bosona mana jireenyashee gidhatte kunis akkuma kee manashee teessee amma balaxxaguu borummoo balaqqa'uu wallaaltee miti.

Kunniinis dhiira dhaabateet fincaa'am.
Boq-baaqqaa na-jechisiiftammoo.

Leenjii Basaastummaa guyyaa 5f bilixxiginnaan leenji'aa turre Qr 750 fi tishertii logo bilixxiginnaa 1 fudhannee hardha ...
14/10/2020

Leenjii Basaastummaa guyyaa 5f bilixxiginnaan leenji'aa turre Qr 750 fi tishertii logo bilixxiginnaa 1 fudhannee hardha xummuurreera....
Huabadhu!
Warri Anaalee Oromiyaa hanga godinaaletti tibbana waltajjii taa'aa turree fi turtanis...
Wanti argaa turree fi dhageefachaa turre farra sabboonummaa,basaastummaa fi gurra warra balaxxagee ofiin jedhuu qofa dha.
....
Mallaqni keetumaati fudhachuun dansaadhuma.
Garuu hardhallee warri daandirratti irbaata rasasaa ta'aa juruu fi mana hidhatti dararamu sunniin fayyidaan hanga kana dhabnii miti.

Ammas dhaabbuu of ilaali!
(750) fi tishert suura bilixxiginnaa arkadhe jettee mandartti dheebitee dhukkee kaasaa jirtu sun kufi!!!

Anatu siif beekan yoomiyyuu hin dhugoomtu.Galmas hin geessu...Sagaleen hidhamtoota siyaasa Oromootif.
03/09/2020

Anatu siif beekan yoomiyyuu hin dhugoomtu.
Galmas hin geessu...

Sagaleen hidhamtoota siyaasa Oromootif.

31/01/2020

New Ethiopian ,Oromoo music, Oficial video, (Lafa fi Lafee), best 2020 video, clip by, Fadhasaa Gurumuu, Ethiopian Music and Entertainment Amharic Music, Tig...

27/09/2019

...........Namni akuma bifaa,
waan taheen wal caala
Innihoo maal qaba,
wanta dhiiran alaa?

Ogeessaa fayyaa,
ykn abbaa seeraatii??
Takkaa haadha funyoo,
waayillan beeraati?
Daldalaaf barsiisaa,
Kamiidha hojiinsaa?
Injinera moo profeesara?
Yookan immoo doktora.
Qabeenyif biftisaa,
bor-irraa tortora..............
koottu numatu waliin tola

19/09/2019

Mee akkamiin sitti himaa?
Waanan ta'e hundumaa...
Erga deemtee jalqabee,
Anoo hirriiba dhabee.
Shaggee koo yaa dammaa,
Koottuu amma ammaa...
Addan bahuu hin tahu,
Nu-lachuu tukkuma.......-

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gubee-Lolee koo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share