Dr.Lammaa Magarsaa Waaqoo

Dr.Lammaa Magarsaa Waaqoo Hayyuu siyaasaa

Green goldiin Kun hardha Adaamaatti guutuun 10000n oole.gimmaashni 5000
01/06/2026

Green goldiin Kun hardha Adaamaatti guutuun 10000n oole.gimmaashni 5000

Filannoon Biyyaalessaa 7ffaan Milkaa’inaan akka xumuramuuf Humni Waloo Nageenyaa hojii isaa cimsee itti fufa – Fiildi Ma...
30/05/2026

Filannoon Biyyaalessaa 7ffaan Milkaa’inaan akka xumuramuuf Humni Waloo Nageenyaa hojii isaa cimsee itti fufa – Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa

Finfinnee, Caamsaa 22, 2018 (FMC)- Filannoon Biyyaalessaa 7ffaan Milkaa’inaan akka xumuramuuf Humni Waloo Nageenyaa fi Tasgabbii hojiilee hojjetaa jiru cimsee itti fufa jedhan Itaamaajoor Shumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiildi Marshaal Birhaanuu Juulaan.

Qophii haalduree Poolisii Federaalaa milkaa’ina filannoo Biyyaalessaaf, hidhannoo fi teeknooloojiin taasisee ilaalchiise Humni Walichaa ibsa kenneera.

Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan wayita kana haasawa taasisaniin, Qophiin Humni Waloo Nageenyaa fi Tasgabbii taasise cimaa ta’uu dubbataniiru.

Qaamooleen filannicha guffachiisuuf socho’an yaaliiwwan garaagaraa taasisaa jiraataniis, Raayyaan Ittisa biyyaa Humna Waloo Nageenyaa biroo waliin ta’uun karooraa isaanii fashaleessaa jiraachuu mirkaneessaniiru.

Komishinarri Jeneraalaa Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabra Mikaa’eel gamsaaniin, Humni Waloo Nageenyaa fi Tasgabbii sadarkaa biyyaaleessaatti hundaa’e Boordii Filannoo Biyyaalessaa waliin odeeffannoo wal jijjiiruu fi ummataa waliin qindoominaan hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.

Haaluma kanaan hojiilee filannoon duraa adeemsa galmee Kaardii filattootaa, Raawwachiiftoota Filannoo fi raabsaa galteewwan filannoo karaa milkaa’ina qabuun xumuramuu kaasaniiru.

Adeemsi filannoo hafe kara milkii ta’een akka xumuramuuf hidhannoo fi Loojiistiksii barbaachiisaa ta’e guuttachuun akkasumas leenjiin ergamicha raawwachuuf dandeessisu kennamuun bobbiin eegalamuu ibsaniiru.

Filannoon waliigalaa 7ffaan karaa milkaa’ina qabuun akka xumuramuuf hojiin nageenyaaf tasgabbii eegsisuu teeknooloojiin deeggarame cimee kan itti fufu ta’uu eeraniiru.

30/05/2026
Hordoftoonni Amantaa Muslimaa Marti Baga Sooma Kabajamaa fi Jaalatamaa Sooma Ramaadaanaa Nagaan Geessan.Soomni Kun Kan J...
17/02/2026

Hordoftoonni Amantaa Muslimaa Marti Baga Sooma Kabajamaa fi Jaalatamaa Sooma Ramaadaanaa Nagaan Geessan.

Soomni Kun Kan Jaalalaa, Kan Nagaa, Araaraa fi Tokkummaa Isiniif Haa Ta'u.

Sooma Gaarii!

Baaleefi Badhaadhina.
10/02/2026

Baaleefi Badhaadhina.

Address

Adama

Telephone

+251919953502

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr.Lammaa Magarsaa Waaqoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Dr.Lammaa Magarsaa Waaqoo:

Share