Numan Events and Promotion

Numan Events and Promotion Where Innovation Meets Trade

24/11/2025

Artist Shukurii Jamaal

Konsertii Irreechaa Guddicha 👌🏿

Numan Events and Promotion

Dhaabbatni keenya Numan Events and Promotion guyyaa har’aa Magaala shaggar Kutaa Magaalaa Eekkaa Xaafootti, deeggarsi Gu...
18/11/2025

Dhaabbatni keenya Numan Events and Promotion guyyaa har’aa Magaala shaggar Kutaa Magaalaa Eekkaa Xaafootti, deeggarsi Gumii tiraanisfoormeeshiinii Barnootaa taasisee jira.

Kaayyoowwan gurguddoo dhaabbata keenyaa keessaa tokko hojiilee tola ooltummaa jajjbeessuun milkaayinaafi tattaafattoota walitti dhiheessuudha.

Deggersi kun akka milkaa’uuf qaamoleen tumsa taasiftan hunduu galatoomaa jenna.

Numaan💪🏿

Adaamaa 🌆
29/10/2025

Adaamaa 🌆

Adaamaa  Urjii magaalota biyya keenyaa kan taate magaalaan Adaamaa miidhagina ida’attee jirti. Misoomni Kooridarii bifa ...
29/10/2025

Adaamaa

Urjii magaalota biyya keenyaa kan taate magaalaan Adaamaa miidhagina ida’attee jirti. Misoomni Kooridarii bifa addaatiin ijaaramaa ture xumuramuun eda galgala tajaajilaaf banaa ta’ee jira.

Adaamaa Giddu gala Daldalaafi Tuurizimii 👌🏿

Kominikeeshinii Magaalaa Adaamaa

🎉 A Heartfelt Thank You to Our Incredible Sponsors! 🎉On behalf of the entire Numan Events and Promotions team, we are ov...
10/10/2025

🎉 A Heartfelt Thank You to Our Incredible Sponsors! 🎉

On behalf of the entire Numan Events and Promotions team, we are overflowing with gratitude for the success of the Irreecha Grand Concert-3 at Millennium Hall!

This unforgettable celebration of our culture and music would not have been possible without the generous support of our amazing sponsors.

You believed in our vision and partnered with us to create a truly magical experience for our community.

Thank you for investing in our culture and for helping us bring world-class Oromo artistry to the stage. Your commitment has left a lasting impact.

A special thanks to our dedicated artists, our hardworking crew, and every single person who joined us to celebrate.

The energy in the room was electric!

We are already looking forward to creating more unforgettable memories with you all. Stay tuned for what’s next!

08/10/2025

Galata Addaa!!

Platinum Catering Konsartij Guddicha 3ffaa Galma Barkumeetti geggeessineef Nyaataa fi dhugaatii Keessummoota keenyaaf dhiyeessuu keessaniif guddaa galatoomaa.

Sagantaawwan Cidhaa, Dhaloota fi taateewwan gara garaaf dhaabbata Ogeessotaan ijaarame Platinum Catering haa ta'u!

_Numan Events and Promotions

Follow 👉Platinum Addis Hotel




Recognition & Thanksgiving PostNuman Events and Promotion would like to express its sincere appreciation to BGI-Ethiopia...
07/10/2025

Recognition & Thanksgiving Post

Numan Events and Promotion would like to express its sincere appreciation to BGI-Ethiopia for sponsoring our Grand Irreecha Concert held on October 3, 2025, at Millennium Hall. 🌿🎉

Your generous support played a vital role in the success of this grand cultural celebration. BGI-Ethiopia’s contribution reflects your unwavering commitment to promoting Ethiopian culture, music, and unity, while empowering creativity and joyful experiences across the nation. 🍻🇪🇹

Numan Events and Promotion warmly welcomes any future partnership with BGI-Ethiopia and is always ready to cooperate and assist in initiatives that bring people together and celebrate our shared values.

We encourage everyone to enjoy St. George Beer and SinQ Malt — the true taste of celebration and togetherness! 🍺✨

Numan Events and Promotion

Recognition & Thanksgiving PostNuman Events and Promotion proudly extends its heartfelt gratitude to Pepsi (Moha Soft Dr...
07/10/2025

Recognition & Thanksgiving Post

Numan Events and Promotion proudly extends its heartfelt gratitude to Pepsi (Moha Soft Drinks Industry S.C.) for sponsoring our Grand Irreecha Concert held on October 3, 2025, at Millennium Hall. 🌿🎶

Your generous support and active partnership were essential to the success of this unforgettable cultural celebration. Pepsi’s contribution not only energized the event but also reflected your brand’s continuous commitment to empowering youth, supporting culture, and connecting people through joy and refreshment. 🥤💙

Numan Events and Promotion warmly welcomes any future partnership with Moha Soft Drinks and stands ready to collaborate and assist in every possible way to achieve shared goals and impactful community initiatives.

We encourage everyone to choose Pepsi — the taste of celebration and togetherness! 🥳✨

Numan Events and Promotion

Recognition & Thanksgiving PostNuman Events and Promotion would like to extend its heartfelt appreciation to Dashen Bank...
07/10/2025

Recognition & Thanksgiving Post

Numan Events and Promotion would like to extend its heartfelt appreciation to Dashen Bank for sponsoring our Grand Irreecha Concert held on October 3, 2025, at Millennium Hall. 🌻

Your generous support and partnership played a vital role in the success of this historic cultural celebration.

Your contribution not only made the event possible but also demonstrated Dashen Bank’s continued commitment to promoting Ethiopian culture, unity, and creativity. 🙏🏽

Numan Events and Promotion warmly welcomes any future partnership with Dashen Bank and is always ready to cooperate and assist in any endeavor that promotes mutual growth and community impact.

We encourage everyone to bank with Dashen Bank and experience the convenience of the Dashen Super App — your all-in-one solution for smarter, faster, and more reliable banking. 💳📱

Together, let’s keep empowering culture, innovation, and connection! 🌍✨

Numan Events and Promotion

Galatoomaa🙏Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa Qophiiwwan Suuraa fi Viidiyoo akkasumas Konsartii Guddicha Irreechaa-3  D...
07/10/2025

Galatoomaa🙏

Biiroo Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa Qophiiwwan Suuraa fi Viidiyoo akkasumas Konsartii Guddicha Irreechaa-3 Dhaabbanni keenya Numan Events and Promotion taasise irratti Ispoonsara ta'uun akkasumas haala mijeessuu dhaan waan nu cina dhabbaattaniif guddaa galatoomaa!

Deggersi isin nuuf taasiftan hojiiwwan Irreecha bara kanaa akka milkeessinu haala nuuf mijeesseera.

Kana boodas hojiiwwan akka dhaabbataattii fi Biiroo Aadaa fi Tuurizimiitti qabnu akka waliin hojjennu abdii guddoo qabna.

_Numan Events and Promotion






06/10/2025

🙏🏿🙏🏿🙏🏿

Pepsi Ethiopia

GALATOOMAA!!!Siinqee Bank    Sagantaan Konsartii Guddicha Irreechaa haala ajaa’ibsaa fi Miidhagaa ta’een Galma Barkumeer...
06/10/2025

GALATOOMAA!!!

Siinqee Bank Sagantaan Konsartii Guddicha Irreechaa haala ajaa’ibsaa fi Miidhagaa ta’een Galma Barkumeerraa akka isin qaqqabuuf Ispoonsara ta’uu isaatiif guddaa galateeffanna.

Hirmaannaan Baankii Siinqee sagantaan keenya akka miidhaguuf gumaacha guddaa kan taphatee dha.

Kana boodas hojiiwwan gara fuulduraatti qabnu waliin akka hojjennu abdii guddaa qabna.

Hirmaattotni Sagantaa keenya irratti argamtan martinuu Baankii nu cina dhaabbatee akka bohaartaniif Magaalaa Finfinnee keessatti eenyummaa keenya akka calaqqisiifnu nu tumse kanatti fayyadamaa.




Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Numan Events and Promotion posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share