Lakkuu Tv

Lakkuu Tv Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Lakkuu Tv, Arts and entertainment, Oromia, Adama.

Dhaabbannii Lakkuu Maltimiidiyaa Piroodaakshin hojiilee artii islaamaa roga nashiidaa , kilippii fi warabbii sagantaa gorsaa (Da'waa) sadarkaa itti aanutti tarkaanfachisuuf ogeeyyii muxannoo yeroo dheeraa qabaniin kan bu'urfameedha.

16/12/2024

Nashiidaa Mata Duree ' Arjooma Nabii ' Jattuun Bifa Adda Taheen Hojjatamte Guyyoota Muraasa Keessatti Nu Eeggadhaa !

14/12/2024

Sagantaa Guutuu Link Koomantii Jala Jiruun Daawwadhaa !

12/12/2024

Arra Galgala Karaa Lakkuu Tv Nu Eegaa !
Turuu Keenyaaf Dhiifama Gaafanna! Obsa Keessaniifis Galatoomaa !

Daawwii Gaarii Qabaadhaa!
27/11/2024

Daawwii Gaarii Qabaadhaa!

Miira Kiyya Miidiyaalee Islaamaa Afaan Oromootin Tamsaasaniif. Akka Dhaggeeyfatanii Irraa Baratanii if Sirreessan Abdii niin Qaba. Abdiis Hin Qabu.

22/10/2024

Guyyoota Muraasa Booda Nu Eegaa In Shaa Allaah.

12/07/2024

Boru galgala In Shaa Allaah Sagantaa Bareedaa Sh/ Jamaal Haajii Wajjiin qabannee Dhufna.

Mee Xiqqo Seenaa Tanaan Jaalallee Yaada Haa Baanu.
06/07/2024

Mee Xiqqo Seenaa Tanaan Jaalallee Yaada Haa Baanu.

Goolabbii Jireenya Nabi Muhammad Salla Llaahu Aleyhi Wasallam

06/07/2024

Seenaa Golabbii Jireenya Nabi Muhammad Salla Llaahu Aleyhi Wasallam.

Daawwii Gaarii !
23/06/2024

Daawwii Gaarii !

Nashiida Haarawa " Yaa Mootii " Tan Lakkuu TV'n Produce taate isiniif dhiyaatte.Yaadaa fi Komii qabdan akka nuuf barressitan.Warroonni Milkaa'ina hojii kanaa...

Address

Oromia
Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lakkuu Tv posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share