23/10/2025
Akkadamii Aartii Gurraacha Waloo
Beekumsa, Ogummaa fi Aartii!
Akkadamii Aartii Gurraacha Waloo guyyaa Dilbata, Onkoloolessa 16/2018 (Sanbata Guddaa kana) sa’aatii 7:00 irratti eebbisaa Barattoota ogummaa garaa garaatiin leenjifamaa turan eebbisiisuuf qophii isaa xumureera.
Sagantaa miidhagaa kana irratti hirmaachuun keessan kabaja guddaa nuuf ta’a!
Akkaasumas, dhangaawwan aartii adda addaa guyyaa sanaaf qophaa’an akka daandiiwwan isaanii waliin dhandhamtan affeeramtaniittu!