Usmaan jamaal official

Usmaan jamaal official Usmaan

18/10/2021


Gargaarsa Ummata Booranaatiif Kan Oolu Like fi Share isaa Baayyifamee Kan Kannamu ta Challenge kun sa Guyyaa Tokkof Kan Turu
Karaa Kanaan Ummata Boorana Cinaa Dhaabbachu Dandeessu
Follow yoo Gootanis Nin Taha

Like Qar 10
Share Qar 10
Follow Qar 10
Comment Qar 10

01/08/2021

AS WR WB
Nama waa lama beeku sihaa godhu lamen maali video Asii gadii dawadhu
Sheer&like godhaa

23/07/2021

Dubbii Ajaa'ibaa !!
Taphataa kubbaa Miilaa beekkamaan Sadio Mane lammii Senigaal (West Africa) kan tahe abbaa qabeenyaa beekkamaa dha. Nama torbee takka qofa keessatti Doolaara 186,000 ($186k) argatu yoo tahu, yeroo hedduu mobile caccabeen deema. Guyyaa takka interview godhame irratti waa'ee kanaarraa gaafatamee "ani yeroo takkatti Mobile kumaatama bitachuu dandaya. Garuu, mobile hedduu bitachuurra, Miskiina tokko, Yatiima tokko gargaaruutu natti tola. Kanaaf maallaqa mobile haarawaan bitadhu sadaqachaan jira" ja'ee deebiseen. Maasha Allah!

Aboo qabeenya Miskiinaan gargaartan, Jannataan bitattan Rabbi isiniif haa kennu!
Tujjaara Islaamaa Rabbi isin haa godhu!

SHARE WALIIF GODHAA JZK.

22/07/2021

Address

Adaamaa
Adama

Telephone

+251994249664

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Usmaan jamaal official posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share