Kush Art

Kush Art multimedia | event | entertainment .

Welcome Pastor Tigiro Geleto — A Hero for the Nation!We are truly honored to warmly welcome Pastor Tigiro Geleto.Your le...
22/04/2026

Welcome Pastor Tigiro Geleto — A Hero for the Nation!

We are truly honored to warmly welcome Pastor Tigiro Geleto.

Your leadership, wisdom, and unwavering dedication have made you a source of inspiration to many across the nation. You are a symbol of hope, unity, and strength.

Your presence is a great blessing, and we celebrate the impact you continue to make in the lives of countless people.

Welcome, Pastor Tigiro Geleto — our hero and a true blessing to the country!
Mihiret Kedir Oromia11 Bony Tube Ebo Production Oliyad T Tajure

Inistiitiyuutii Aartii Oromiyaa (OAI)n afaan, aadaa, duudhaa, seenaa fi aartii Oromoo irratti hojii cimaa fi bal’aa hojj...
26/03/2026

Inistiitiyuutii Aartii Oromiyaa (OAI)n afaan, aadaa, duudhaa, seenaa fi aartii Oromoo irratti hojii cimaa fi bal’aa hojjechaa jiru beekamaa dha. Ammas hojii isaa cimsuun, eebba barattoota Film Making Skill, Kaameraa fi Editingiin Damee Bishoofuutti leenjisaa ture ni Eebbisa

Sagantaan eebba kun guyyaa 20/07/2018 sa’aatii 4:00 irraa eegalee, bakka abbootiin Gadaa, artistoonni beekamoo, jaallatamoo fi kabajamoon, akkasumas abbootiin taayitaa argamanitti, Magaalaa Bishoofuu, Seifert Hotelitti ni raawwatama.

BISHOOFTUU / SEIFERT HOTEL
Wase Bishaw
Oromia Art Institute
Meseret Daba Kene
Kush Art
Walabu Art Institute
Moata A. Jerjera
Oliyad T Tajure

✨ Happy Ethiopian New Year! ✨Kush Art, we wish you joy, peace, and prosperity in this new year. May it be a year filled ...
10/09/2025

✨ Happy Ethiopian New Year! ✨
Kush Art, we wish you joy, peace, and prosperity in this new year. May it be a year filled with growth, inspiration, and new opportunities for everyone.

16/07/2025

𝑱𝒂𝒋𝒋𝒂𝒃𝒅𝒖𝒖 𝒊𝒍𝒎𝒂𝒂𝒏 𝑨𝒓𝒔𝒆𝒆 𝒌𝒐𝒓𝒐𝒎𝒎𝒊𝒊𝒏 𝒅𝒖𝒖𝒍𝒂 𝒚𝒂𝒂𝒕𝒆𝒆
𝑰𝒃𝒊𝒅𝒅𝒂 𝒍𝒂𝒂𝒍𝒆𝒆 𝒇𝒊𝒊𝒈𝒂𝒂 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝒃𝒊𝒅𝒂𝒂 𝒉𝒂𝒚𝒂𝒂𝒕𝒆𝒆!
𝑴𝒂𝒏𝒂 𝑱𝒂𝒂𝒍𝒂𝒂 𝒂𝒔𝒆𝒆𝒏𝒂𝒂 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝒕𝒂𝒎𝒃𝒐𝒐 𝒂𝒓𝒂𝒂𝒅𝒆𝒆!
𝑴𝒊𝒓𝒈𝒂 𝒍𝒂𝒂𝒍𝒆𝒆𝒆 𝒅𝒉𝒂𝒂𝒃𝒂𝒕𝒂𝒂 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑾𝒂𝒂𝒒𝒂𝒂 𝑺𝒂𝒍𝒂𝒂𝒕𝒆𝒆!

Visit Oromia

Hadhaa Sinqee is a sacred cultural and symbolic item in Oromo tradition, especially among women. It represents peace, ju...
16/07/2025

Hadhaa Sinqee is a sacred cultural and symbolic item in Oromo tradition, especially among women. It represents peace, justice, and women's rights. Carried by married women, the Hadhaa Sinqee (Sinqee stick) is more than just a walking stick—it is a symbol of power and authority given to women after marriage.

Visit Oromia Kush Art

15/07/2025

𝐘𝐚𝐚'𝐚 𝐆𝐚𝐝𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐬𝐢𝐢 𝐒𝐢𝐤𝐤𝐨𝐨 𝐌𝐚𝐧𝐝𝐨𝐨– 𝐃𝐡𝐚𝐝𝐝𝐚𝐜𝐡𝐚 𝐆𝐮𝐮𝐭𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢!

Hadhaa Sinqee and the Arsi Oromo Festival at Dhadachaa Guutaa, Lake LanganoHadhaa Sinqee is a powerful symbol of womanho...
14/07/2025

Hadhaa Sinqee and the Arsi Oromo Festival at Dhadachaa Guutaa, Lake Langano

Hadhaa Sinqee is a powerful symbol of womanhood, justice, and peace in Oromo culture. She carries the sacred Sinqee stick, representing the traditional rights and authority of Oromo women. Through the Sinqee institution, women played a vital role in maintaining balance, resolving conflicts, and preserving social order—especially among the Arsi Oromo.

Every year, at Dhadachaa Guutaa near Lake Langano, the Arsi Oromo gather to celebrate their deep-rooted Gadaa culture, including honoring Hadhaa Sinqee. The festival features traditional rituals, songs, dances, and blessings, uniting generations in the spirit of cultural pride, peace, and resilience.

This celebration is not just an event—it is a revival of identity, a tribute to the strength of Oromo women, and a call to protect indigenous values in a modern world.

Muramte!   Yaa'iin Gadaa Arsii Hoofkale!Gadaan Arsii yaa'a isaa guyyaa lamaaf dhaddacha Guutaa, Laangaanootti taa'aa tur...
13/07/2025

Muramte!
Yaa'iin Gadaa Arsii Hoofkale!

Gadaan Arsii yaa'a isaa guyyaa lamaaf dhaddacha Guutaa, Laangaanootti taa'aa tureen duudhaa ganamaa oromoo bu'uureffachuun taa'ee koottuu dhufeen dubbii baasee galchee murtii murateera.

Saddeetni dhaddacha 20 Wal ga'ee qora qortii taa'ee dubbii jirtu yaasee, irra oolee bubbulee, qortii baasee buusee irratti mari'atee murtii jajjaboo Yaa'a Gadaa Arsii jaha Uummataaf lallabeera.

1.Dhaddachootni 20n fi ardaaleen jilaa Gadaa Arsii haaromanii akka iddootti deebi'an...Muramte.

2.Fuudhaafi heerumni Arsii akka uumee ganamaatti akka deebi'u. Gabbarri aadaa Arsii miti. Kadhata aadaan, qaraxa raadaan fuudhaafi heerumni akka raawwatu..Muramte.

3.Seeraan ala biyya hambaatti godaanuuf, daa'iamman galaanaan nyaatamuun aadmalee... muramte.

4.Safuufi safeeffannaan kaleessaa akka bakkatti deebi'u, aayyoo aabboon maatiifi qe'ee isaaniitti aadaa akka mirgisiisan, dhaloota biratti duudhaan akka baratamu...Muramte.

5.Oromoon Oromoo ajjeesuun diinummaadha.Lafti Arsii, dacheen Oromiyaa guutuun nagaa ta'uu qaba...Muramte.

6.Bineensaafi qabeenya Uumamaa kunuunsuun, biqiltuu dhaabuun duudhaa ganamaa oromooti...Muramte.

Murtiin Gadaa Arsiin Lallabame dhaddachoota hundatti, Bahiimaafi Manbal'aatti gadi bu'ees hojiirra oola.

Gadaan Qufaa Gabbina!

Yaa'aa ArsiiHadhaa Sinqee Siikkoo Mandoo 📍Hara Laangannoo
13/07/2025

Yaa'aa Arsii
Hadhaa Sinqee
Siikkoo Mandoo
📍Hara Laangannoo

Hadhaa Sinqee Siikkoo Mandoo 📍Hara Laangannoo
13/07/2025

Hadhaa Sinqee
Siikkoo Mandoo
📍Hara Laangannoo

Yaa’a Dhaddacha Guutaa Siikkoo Mandoo 📍Hara Laangannoo
12/07/2025

Yaa’a Dhaddacha Guutaa
Siikkoo Mandoo
📍Hara Laangannoo

Arsii Arsii Arsooma QorsaaAayyoo Ateetee
12/07/2025

Arsii
Arsii Arsooma Qorsaa
Aayyoo Ateetee

Address

Derartu Square
Adama
POSTABET

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kush Art posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Kush Art:

Share