Furtuu Onnee

Furtuu Onnee Dhifama as dhihoo waan isin irraa baddeef

03/11/2023
12/08/2023

GORSA JAALALAA
==============
1: Namni ati jaallattu yoo fuula sitti guure jarjartee hammeenyasaa hin dubbatin. Bor deebitanii gaafa walitti araaramtan gaabbii cimaa seentaatii
2: Nama tokkotti nama gaarii of gochuuf jecha hiriyyaa kee hin xureessiin. Haqni) dhugaan booda si gaafataatii
3: Yeroo mara dhugaa dubbadhu. Gammachuun sobarraa maddu yeroomaaf malee booda sin fayyaduutii, Dhugaan harra dubbatte bultee si boonsitiitii
4: Baaltii jette jettee hin amanin. Amantees kan biraaf hin dabarsiin. Gaaf tokko si qaaneessaatii
5: Yeroo namni si arrabsu atis hin arrabsiin. Jalaa callisnaan ofiifuu gaabbee dhiisaatii
6: Jaalalleen kee Waadaa waliif qabdan cabsee yoo haala mijeeffate aariif xiiqiin ati waadaa kee hin cabsin. Diinummaas hin yaadiniif. Bor cubbuu waadaa kee lakkuu kaffaluunsaa dirqamaatii
7: Kan si miidhe haaloo bahuu dhiisuun sodaa sitti fakkaatee xiiqiin haaloo bahuuf hin fiigiin. Haaloo (Ija'aa) dhugaan kee baatutu caalaatii
8: Waan bor darbuuf jaalalaan hin qoosiin. Bor dhala dhabuunis jiraatii
9; Jaalala fudhachuu qofa hin yaadiin. Oolmaa waan gaafatuuf kennii fudhu malee♤♤♤

👇👇👇

Dhiiri lappre isaarraa gafa si jaall atuGowwa siif taha kan inni Gowwa siif tahu Garuu eyysma isaatinidha waan hundayuAr...
01/01/2023

Dhiiri lappre isaarraa gafa si jaall atu
Gowwa siif taha kan inni Gowwa siif tahu
Garuu eyysma isaatinidha waan hundayu
Argaa akka hin arginee waan hundyau dhagaha akka hin dhageenyeeti sirra darba
Sababanisaas waan jaalalli qabeenif male
Waan tokko hinbeekneef yookaan waan hin
Xiyyeeffanne tahe miti gowwa naf taheera
Laphee isaa argadheera jatee jireenya isaati taphachuu hin yaalin Sababanisaas waan ati irrati rawwatu waan gaariis tahe waan gadhee sirritti adda baase beeka yaroosan deebii isaa gaaf dhageesu
Akka ati hin dunne akka ati hin jiraanne godhee Laphee kee caccabsuu dandaha
Kanafuu si jallatee jalalaf jacha gad jadhe gaaf sii gargaaru jalaala sif qabu yaroo sitti agarsiisu akka gowwaati ilaaltee
Itti taphachuu yookaan midhuuni akka hin yale kana Irrati rawwachuun beyyee balaa hamaadha
Hubadhu dhirri kan inni irra jiru tabbara jatte ati ol tabbara hin figsisiniin haarre yookaan garaan isaa cittee jannan gaafa gadii sitti deebihe tabba sun garagalee bolla keessa buuta

Sin jaalladha jedheeSitti himuu hin dhiisne.Dubbadhes baafadhe.Qalbiin koo naan ciisne.Isa gaafa sana.Kan Ati naan jette...
27/11/2021

Sin jaalladha jedhee
Sitti himuu hin dhiisne.
Dubbadhes baafadhe.
Qalbiin koo naan ciisne.

Isa gaafa sana.
Kan Ati naan jette.
Seenaa natti faarsa.
Isaan onnee naa seente.
Jecha hammaa hin beektu.
Natti hin baastu qeenxee.
Akkan siif warreerammu.
Atis utuu naaf beekte.

Waadaan kee na hiidhe.
Darbe deemu sodaadhe.
Ba'aa natti caalee.
Onnee na sakkaale.

Ijii koo hin argu.
Tasa nama bira.
Keessa onnee kootti.
Sittu guutee jira.
Hunda na tajjabee.
Ollaaf warri fira.
Anis harka hin laadhu.
Deemsa koo dhorkame
Waadaan kee na hiidha.

Dhugaaf jedheen deema
Siif hin qabu shira.
Mararte koo jedheen.
Jechan siif hirriira.
Ani sin of tulleen.
Jaalala keen of kullaa.
Lafa rakkoo keetti.
Si waliin nan dhaqa dullaa.

Gammachuu koo
Hirmaatte narra hin haftuum gadda.
Eenyummaa kee ilaalen
An siinaan gammada.

Sirraan jibbu homaa.
Hundanu kan toltee.
Caba koo hin tuffaatu.
Naa wajjin okkoltee.
Kanaafin si jaalladha.
Bagas natti tolte...

sher, godhaa😍

Address

Cairo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Furtuu Onnee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share