Hejersa Baddaa

Hejersa Baddaa Dhugaaf jiraanna

15/12/2024

Waliigalteen xoophiyaa fi somaaleelaandi gidduutti dhimma hulaa galaanaa ilaalchisee taasifame adda citeera

23/11/2024

Godina Arsii aanaa Sirkaatti humnooni mootummaa rakkoo guddaa uummata irraan gahaa jiraachuu jiraattonni himan.

Sadaasa 13/2024 hanga sadaasa 22/2024tti waraanni mootummaa guyyaa guyyaan gochoota mana hawaasaa gubuu, qabeenya jalaa saamuu fi hawaasa nagayaa jumlaan buqqisuu raawwatee jedhan jiraattonni OMNf yaada laatan.

Namoonni manni qabeenya guutuu waliin jalaa gubame

1. Jamaal Hajjii Abdurroo Huseen mana 2

2. Ahmad Jamaal Abdurroo mana 1

3. Amaan Hajjii Sirkoo mana 1

4. Diinu Amaan Hajjii Sirkoo mana 1

5. Musxafaa Sayyidaa mana 1 fa'aati jedhan.

Ganda Heellaa Gallabee Amajaa irraa ammoo Obbo Saalih Rashaad nama jedhamu jalaa waraanni mootummaa sangaa tokkicha inni qabu akka qalate jiraattonni himan.

Sababa kanaan jiraattonni qe'ee fi qabeenya isaanii irraa buqqaafamanii jiru jedhan.

Erga wal-waraansi waraana mootummaa fi Waraana Bilisummaa Oromoo giddutti Arsii Bahaa aanaa Sirkaa gandoota

Soojjii Saadee

Waajii Raph'asaa

Biduu Baalaa

Biduu Hulul

Gallabee Hulul

Gallabee Amajaa

Heellaa Gallabee Amajaa

Elellee Waalanaa

Heellaa Gallabee Gooroo

Heellaa Makkaannaa

Gallee Baabboo

Heellaa Zambaabaa

Heellaa Xareetaa

Magaalaa Xareetaa

Gallabee Busaa, Birboo fi Collee jedhamanitti eegalee waggaa tokko guutuu jiraattonni himan.

23/11/2024

Hayyoonni oromo garaa gartummaa fi walitti dallanuu dhiisaati tokkummaa keessan cimsaa
Osoo isin tokko taatani pp torbee tokko caalaa hin falminu

23/11/2024

Wayyaaneen akka pp ummata hin qalle

26/12/2023

Shaabu Harato fi naannoo sanatti ppn muddama hamaa keessa seentee jirti barattoota barumsa dhaabaa galaa jettee gadi ariitee jirti

26/12/2023

Eelaniitu eelee dhaabbatu jabaadhu jajjabee

24/09/2023

Pp fi qomceen oromof garaagarummaa hin qabani

09/09/2023

Oromo gonkuma falmattee biyyakee walaba taasiste malee nagaan jiraachuu hin dandeessu

24/05/2023

Waraanni pp ammaan booda osoo hin du'iin lafarratti si'ooliin argaa jiraatti

17/05/2023

Qeerroon oromiyaa mara keessa jirtan dammaqinsaan sochii pp hordofii eeruu leencichaaf kenni

Seenaa fi dhaloonni si faarsaa jiraata boollakee daadhiin haaguutu
23/04/2023

Seenaa fi dhaloonni si faarsaa jiraata boollakee daadhiin haaguutu

Address

Cairo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hejersa Baddaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category