Carcar Vine

Carcar Vine carcar vine follow gochuun nu bira dhaabbadhaa. galatooma πŸ™

β€”β€”β€”β€”.-.-SIRIBII.-.-.β€”β€”β€”--.-.-.-. Filmii JAFAR YUSUF 6000 W Moore lake Dr Fridley MN, 55432 Minnesota October 26, 2025 Su...
07/10/2025

β€”β€”β€”β€”.-.-SIRIBII.-.-.β€”β€”β€”-
-.-.-.-. Filmii JAFAR YUSUF

6000 W Moore lake Dr Fridley MN, 55432 Minnesota
October 26, 2025 Sunday at 4:30pm

Bakki konkolaataa dhaaban konkolaataa kuma tokko caalaa keessummeessuu waan dandauuf konkolaataa keessaniif yaaddoo tokko malee dhufuu dandeessu.

Yeroo aartee jirtu callisuu filadhusa’aa tantee hin gubin waan san ifa gochuufNamoonni waan ittiin si qeeqan qofa dhagah...
06/10/2025

Yeroo aartee jirtu callisuu filadhu
sa’aa tantee hin gubin waan san ifa gochuuf
Namoonni waan ittiin si qeeqan qofa
dhagahanii fudhatu waan taheef.

Follow Carcar Vine

Bishaan mixiin lagaa waraabde jaldeessi qaama ittiin dhiqata. Page keenya kana (Carcar Vine)Follow, like, share godhaa πŸ™
01/10/2025

Bishaan mixiin lagaa waraabde jaldeessi qaama ittiin dhiqata.

Page keenya kana (Carcar Vine)Follow, like, share godhaa πŸ™

"Cilee ta'uuf gubannee, cilee taanees gubanne," jedhe mukni. Page teenya tana follow, share godhaa Carcar Vine πŸ™
30/09/2025

"Cilee ta'uuf gubannee, cilee taanees gubanne," jedhe mukni.

Page teenya tana follow, share godhaa Carcar Vine πŸ™

Dhufaa jirra… akkamitti nu simattan?
25/09/2025

Dhufaa jirra… akkamitti nu simattan?

Dibichoon maal jettan? Badho Abl
24/09/2025

Dibichoon maal jettan? Badho Abl

10/09/2025

Ana haa nyaatu

𝐇𝐀𝐖𝐀𝐀𝐒𝐀 𝐒𝐀𝐆𝐀𝐋𝐄𝐄 𝐃𝐇𝐀𝐁𝐄!
08/09/2025

𝐇𝐀𝐖𝐀𝐀𝐒𝐀 𝐒𝐀𝐆𝐀𝐋𝐄𝐄 𝐃𝐇𝐀𝐁𝐄!

07/09/2025

β€œHaqa Namaa” funny itti booharaa. like πŸ‘ and Share

Address

77street Maadi
Cairo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Carcar Vine posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Carcar Vine:

Share