Boonaa Harargee Sanyii Jaarraa Abbaa Gadaa

Boonaa Harargee Sanyii Jaarraa Abbaa Gadaa im Oromoo First

25/07/2021

Osoo hin sobin kam filatta??Ani Lks(3)100%100💘💘❤
07/05/2021

Osoo hin sobin kam filatta??
Ani Lks(3)100%100💘💘❤

Kamtu Kenya  kamtu dina Kenya
20/04/2021

Kamtu Kenya kamtu dina Kenya

Oromoon waranaa iff dandaee Qabdii Kaan  muxanoo waggaa 150 Akkataa itiin lolaan kaan bekuu!!!I
03/04/2021

Oromoon waranaa iff dandaee Qabdii
Kaan muxanoo waggaa 150 Akkataa itiin lolaan kaan bekuu!!!I

Caalaa Daggafaa arra galgala sa'a tokko matarratti eggadhaa gallakkifama Maal Taana ?https://youtu.be/4lqNn1h7j3QShaer K...
30/03/2021

Caalaa Daggafaa arra galgala sa'a tokko matarratti eggadhaa gallakkifama Maal Taana ?https://youtu.be/4lqNn1h7j3Q
Shaer Kumsaa Dirribaa jaal Marroo

Obbo Jawaar Mohaammad jecha Amantaafi Waakkii beellama mana murtii Dhaddacha Yakkaa Lidataa irratti Bitootessa 13/2013 d...
24/03/2021

Obbo Jawaar Mohaammad jecha Amantaafi Waakkii beellama mana murtii Dhaddacha Yakkaa Lidataa irratti Bitootessa 13/2013 dhihaschuun waan dubbatan keessatti, "kan himatame kaayyoo Qabsoo Oromooti malee nu miti" jedhanii turan. Kana malees waan hedduu dhaddacha sana gubbaatti dubbataniiru. Dubbiin Obbo Jawaar guutuun akka itti aanutti dhihaata.
--
Mana Murtii Ola’aanaa Federaalaa Ramaddii Lidataa Dhaddacha 1ffaa Farra Shoorarkeessummaa fi Dhimmoota Heeraa, ‘Galma Haqaa’ Keessatti Bitootessa 13, 2013 ALH yaada faccisaa yookaan jecha waakkiifi amantaa kennachuuf himatamtoonni siyaasaa galmee Obbo Jawaar jala jiran dhihaatanii turan. Beellama sanarrattis himatamtoonni shan wal duraa duubaan sagalee waakkiifi amantaa kennataniiru. Isaan keessaa yaadni Obbo Jawaar himata isaanirratti baname ilaalchisanii kennatan kunootti:



Jechuun himannoowwan isaanirratti dhihatan irra jireessaan himannaa siyaasaa ta'uu ibsuun, hojiiwwan qabatamaafi akkaataan isaan ittiin himataman waliif faallaa ta'u mana murtichaan ibsanii jiran.

Obbo Jawaar Mohammad itto fufuudhaan, qabxii himannaa itti aanus akka armaan graffiti ibsanii jiru.

Oromia Media Network Oromo Political Prisoners Defence Team Oromia 11 Kello Media
20/03/2021

Oromia Media Network
Oromo Political Prisoners Defence Team
Oromia 11
Kello Media

Biyya barbaadan keessa qananiidhaan jiraachu osoo danda’anii Uummata isaanii waliin beela’uu fi rakkachuu filatan. Seena...
19/03/2021

Biyya barbaadan keessa qananiidhaan jiraachu osoo danda’anii Uummata isaanii waliin beela’uu fi rakkachuu filatan. Seenan isiin hin dagatu!

40 Days Starving For Justice !

AMMEE:Meseret Dhaba Kene Mana hidhaati baate jirti. Baga Rabbiin Sii baase afaan bineensaati Meseret, Galatni kan Rabbii...
19/03/2021

AMMEE:

Meseret Dhaba Kene Mana hidhaati baate jirti. Baga Rabbiin Sii baase afaan bineensaati Meseret, Galatni kan Rabbii haa ta’u!

Filannoon keessan isa kam A or B tokko qofa filadhu yoo dandeessa sababa isaa waliin ?Share and like follow this page.TH...
18/03/2021

Filannoon keessan isa kam A or B tokko qofa filadhu yoo dandeessa sababa isaa waliin ?
Share and like follow this page.
THANKS 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

Adresse

Oberaula
36280

Webseite

Benachrichtigungen

Lassen Sie sich von uns eine E-Mail senden und seien Sie der erste der Neuigkeiten und Aktionen von Boonaa Harargee Sanyii Jaarraa Abbaa Gadaa erfährt. Ihre E-Mail-Adresse wird nicht für andere Zwecke verwendet und Sie können sich jederzeit abmelden.

Teilen