Bilaal Roobee

Bilaal Roobee Waa Keessa Waa Jira Waa keessaa Waabaasi Waa keessaa Waa dhabdu
Waa jidhii Hasaasi!

Diinni  Ethiopia guddaan Ethio-360 nagaa dhaamaniiru.YouTube irraa 🤣Baga gammaaddan worra Ethio-360🙏🙏🙏
12/05/2023

Diinni Ethiopia guddaan Ethio-360 nagaa dhaamaniiru.YouTube irraa 🤣
Baga gammaaddan worra Ethio-360🙏🙏🙏

11/03/2023

Ramadaana dura eennuun dhiifama gaafatta_?

Ulfina argadhu!!Atilet daraartu tulluu lammii booranaaf Miliyeena 1 gumaachitee jirti!!
03/03/2023

Ulfina argadhu!!
Atilet daraartu tulluu lammii booranaaf Miliyeena 1 gumaachitee jirti!!

Jeneraal waaqoo guutuu;Maal jedha utuu dhaga'ee;Qoosaa dubbii salphinaa;Madda walaabuurra ga'e?Osoo duuti hin jirreetii;...
02/03/2023

Jeneraal waaqoo guutuu;
Maal jedha utuu dhaga'ee;
Qoosaa dubbii salphinaa;
Madda walaabuurra ga'e?

Osoo duuti hin jirreetii;
Maal jedha Aliyyii Cirrii?
Dhimma madda walaabuu;
Maal jedhu goototni sirrii?

Haaji Aadam saaddoo;
Osoo lubbuun jiraatee;
Xalayaa baaleef dhufe;
Qaataa cicciree nyaate!!!

Awel Abduro ulfaadhuu!

15/02/2023

Qabrii Takka gadi buunaan Oli deebi,anii tolfatuun hin jiru!

29/01/2023

Dhugaa👌

➛ Nama yeroo boqonnaa malee si wajjiin hin haasofnetu jira,
Nama yeroo si wajjiin haasawu boqonnaa argatutu jira.
🙏🙏Hunduu galatoomaa!, ulfaadhaa

Kan Silaa dukkanniBiyya lafaa NudhaaluNama Namaan OliiUumama mara caaluNama jaallatamaaNabiyyal musxafaaRabbiin taasisee...
05/01/2023

Kan Silaa dukkanni
Biyya lafaa Nudhaalu
Nama Namaan Olii
Uumama mara caalu

Nama jaallatamaa
Nabiyyal musxafaa
Rabbiin taasisee Nuuf
erga ifaa biyya lafaa!!

kan yoomuu jaallatamu
jaallatamaas taa'uu
Nagyaaf Rahammanni
Rabbii Sirratti Haa bu'u!!

Yaa Rasuulallahi!!!

04/01/2023

Barri jijjiiramtus Nama hin jijjiirtu
garuu Hanga namaa namatti sitti agarsiifti!!!

Bara 2023 geenye Geessan!!Bara quufaaf gabbinaaBara Nagaa nuuf ta'uBara rakkoof rakkisaanBuqqa'ee Nurraa ka'uBara dhugaa...
01/01/2023

Bara 2023 geenye Geessan!!

Bara quufaaf gabbinaa
Bara Nagaa nuuf ta'u
Bara rakkoof rakkisaan
Buqqa'ee Nurraa ka'u

Bara dhugaan muudamee
Gara Aan Gootti dhufuu
Bara dharri dhabamee
Hallayyaatti kufu

Bara ilmi Namaa
Akka Namatti yaadu
Bara namni tokkoomee
Tokko ta'uuf wel barbaadu

Bara dhiigini namaa
Jiguun Isa keessa ga'u
Bara quufaaf gabbinaa
Bara Milkii Nuuf haa ta'u!!

Rabbii............ tokka ta'ekan hin dhalle kan hin dalannetokkocha tokko ta'eKan fakkaataa hin qabnekan dirqama hin qab...
15/12/2022

Rabbii............ tokka ta'e
kan hin dhalle kan hin dalanne
tokkocha tokko ta'e
Kan fakkaataa hin qabne

kan dirqama hin qabne
Ka' waan fedhe hojjatu
kan addunyaa guutuu
Al tokko too'' “Atu

islaama nugodhee
Diiniidhaan Nufaayee
Karaa filatamaa karaa
Ofii irra Nukaaye

Jaalatee Nuuf filee
Nabii Nubadhaasee
Daandii dukkanaaf jallaa
irraa... isaaniin Nubaase

Sallaallaahu Aleeyhi Wassallaam

14/12/2022

Araddaa firri koo rasaasaan dhumatee
gar tokkeen qaama koo Abiddaan gubatee
Aannoolee fi calanqoo Godaannisa duraa
Gurra koon dhagahe harkaaf harma muraa
Godaannisa caalu har'a maal jedhagaa
Morma muramuu immoo ijaanin argekaa.......................................................................................................................................
Walaloo Biqiltuu Waaqsaa

ነፍሰበላዉ አብይ DC ገብቷል እየተባለ ነው DC galeera Abiyyi
13/12/2022

ነፍሰበላዉ አብይ DC ገብቷል እየተባለ ነው DC galeera Abiyyi

Adresse

Democratic Republic Of The

Site Web

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Bilaal Roobee publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Partager

Type