Ahmed Muktar

Ahmed Muktar Informations de contact, plan et itinéraire, formulaire de contact, heures d'ouverture, services, évaluations, photos, vidéos et annonces de Ahmed Muktar, Arts et divertissement, Democratic Republic of the.

https://www.facebook.com/100068416389225/posts/840451148245424/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v
18/09/2024

https://www.facebook.com/100068416389225/posts/840451148245424/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v

Obsa, amantaa fi kutannoo nama kanarraa waan baay’eetu baratama!

Dr Tadesse G. Wakjira
- Dhukkuba isa mudaterraan kan ka’e, lubbuun jiraachuuf guyyaa 3 qofti akka isa hafu itti himamee ture
- Yuunivarsiitii Adaamaatti yommuu baratu si’a 7 waraanamee ture
- Laptop isaa saamamee ture.
- Laptop’n saamame kun project inni irratti hojjechaa ture, kitaaba inni barreessaa tureefi dookumentiwwan biroo waliin saamame.

Garuu namni kun abdii kutatee hin beeku. Duuba deebi’ee hin beeku. Guddaa yaada, guddaa karoorsa! Achi gahuufis hojjeta!

Har’a saayinsistoota akka addunyaatti sadarkaa olaanaarra jiran %2 keessaa namni tokko Dr Taddese Wakjira dha.

What an incredible journey!
From the small town of Gebre Guracha, Oromia, to one of the top 2% scientists in the world!

Proud of you Dr Tadesse! Truly inspiring!

08/05/2024

Ganama yeroo hunda sochi qaamaa barbaachisaadha

12/11/2023

06/11/2023

Kkkkkkkk
02/11/2023

Kkkkkkkk

28/10/2023
Nashi center
26/10/2023

Nashi center

Adresse

Democratic Republic Of The

Téléphone

+251910249930

Site Web

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Ahmed Muktar publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Contacter L'entreprise

Envoyer un message à Ahmed Muktar:

Partager