ORO 430 PAGE

ORO 430 PAGE oduu dhugaa argachuuf page kenna like following godhaa I'm currently working for the video team

Waancaa addunyaa kana keessaaMorokoo mo Faransaay tu keessaa gala laata
07/09/2026

Waancaa addunyaa kana keessaaMorokoo mo Faransaay tu keessaa gala laata

Baabaa  amma yeroon kiyyaa bakka naaf gadhiis waan jedhaaruun fakkaata
07/07/2026

Baabaa amma yeroon kiyyaa bakka naaf gadhiis waan jedhaaruun fakkaata

Waancaan 2026 kun jarreen lamaaniifuu Kan xumuraatii Lameenu biyya isaan fi garee keessa taphataa turaniif gumaacha gudd...
07/04/2026

Waancaan 2026 kun jarreen lamaaniifuu Kan xumuraatii
Lameenu biyya isaan fi garee keessa taphataa turaniif gumaacha guddaa godhanii jiru
Kubbaan miilaa isaan booda taphataa akka isaan argachuu hin dadeenne

Obboleeyyan garuu waancaa Addunyaa kanarratti biyya garagaraatiif taphatu Tokko biyya abbaa isaatiif tokko immoo biyyaa ...
06/19/2026

Obboleeyyan garuu waancaa Addunyaa kanarratti biyya garagaraatiif taphatu
Tokko biyya abbaa isaatiif tokko immoo biyyaa dhaloota isaatiif taphatu

Ijolleen tun obboleeyyan garuu waancaa Addunyaa 2026 irratti biyya garagaraatiif taphatuHay biddeen  kun waan nama hin g...
06/18/2026

Ijolleen tun obboleeyyan garuu waancaa Addunyaa 2026 irratti biyya garagaraatiif taphatu
Hay biddeen kun waan nama hin goone hin qabduu

Kun ennuu inni kan taphataa worra senegaal wojjiin suuraa ka,ee jiru  Dadda jawaar fakkataa
06/17/2026

Kun ennuu inni kan taphataa worra senegaal wojjiin suuraa ka,ee jiru
Dadda jawaar fakkataa

Addaan fagaatanis guyyaa tokko wolitti deebii,uun waan hin oolamneedha
06/14/2026

Addaan fagaatanis guyyaa tokko wolitti deebii,uun waan hin oolamneedha

Dhuguma Waa itti hir'atee jaartiin Caalaa Bultumee Lubbuu ishee irratti nii murteessiti jettee yaaddee beekta?ARTISTOONN...
06/13/2026

Dhuguma Waa itti hir'atee jaartiin Caalaa Bultumee Lubbuu ishee irratti nii murteessiti jettee yaaddee beekta?
ARTISTOONNI FI FAMASOONNI OROMOO jireenya Fakkeessaa (αŠ αˆ΅αˆ˜αˆ³α‹­ αˆ‚α‹Žα‰΅) show hin godhiina! Yeroo hundumaa Waliif amanamaa Akkuma miidiyaa irratti wal faarsitan sana ta'aa jiraadha.
Gaafa ilaaltu Utuun guyyaama tokko akka isaanii jiraadhee, utuun akka isaanii Mana bareedaatti galee, utuuna akka isaanii Fammasee utuun akka isaanii.......jettee Hawwitani? Akka ati itti nama argitu kan bira, akka abbaan isaa itti jiraatu kan bira. Hir'uun mana nama hundaa jirti, Callisiima jireenya kana Jiraadhu,
warri ati yeroo baay'ee jireenya isaanii hawwitu Mata dhukkubbiifii yaaddoo gola isaaniitii qabu.
Sifen Teshome Firisa baga Waaqayyo ijoollee ke fi Maatikee irratti si hambisee .

Qamar Yusuf fi ilmaan isaa Hedduu wol biraa bareeddaan
06/13/2026

Qamar Yusuf fi ilmaan isaa
Hedduu wol biraa bareeddaan

Address

🍁
Vancouver, BC
V5K0A1

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when ORO 430 PAGE posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to ORO 430 PAGE:

Shortcuts

Share