Yassiin ORO Family

Yassiin ORO Family Hordoftootaa keenya Galatoomaa waan maatii keenya taataniif, akkasuma page keenya kana Like akkasuma follow godhaa

Fermé définitivement.

like and follow godhaa

Galatoomo Yaa Oromoo tiiyyaa

09/26/2026

My life ❤️🔥

09/25/2026

☝🏾❤️❤️🔥

09/25/2026

Oromoo malee Tigreen Caancoo hin jiru eessa abbaashii yaa warra Gubnoon lafa hiru😁

Kalleessa TPLF dhan biiyyaara bahee arraa ammo booleedha siimatame galee bagaa nagayaan garaa biyyaa abbaa keetii debite...
09/25/2026

Kalleessa TPLF dhan biiyyaara bahee arraa ammo booleedha siimatame galee bagaa nagayaan garaa biyyaa abbaa keetii debitee

09/24/2026

qabsoon oromoon qabsaa.uu qabduu kana Ammatti

09/24/2026

Oromoon Abbaa Biyyaatti

✍️🤚 Guyyaa 1, 2, 3, 4, 5, ,.......Dr. Abduselam Mohamed Dargaggeessa jabaa Hoggansaa magaalaan Dire Dhawaa qabdu.🫅Ergaan...
09/23/2026

✍️🤚 Guyyaa 1, 2, 3, 4, 5, ,.......
Dr. Abduselam Mohamed Dargaggeessa jabaa Hoggansaa magaalaan Dire Dhawaa qabdu.🫅
Ergaan si baree hojii kee hunda keessatti fakkeenyummaa kee malee hammeenya kee hin argine namoonni akka kee ilaalcha " positive'' qaban muraasa ati roga hedduun fakkeenya dargaggooti Akkasumaa Misooma magaalaa Dire Dhawaa keessatti qooda leencaa kan qabu ati durirraa hanga ammaa laffaatiin kee tokkoof lamaa miti kanaf Obboleessaa koo Dr jabaadhu sin jaa’a.!

09/22/2026

Gaammachuun tiiyyaa walhy ilmoo tiiyyaa

09/21/2026

Hojjadhaa biilliisuuman kana

09/21/2026

😁😁😁Gaftokko

Adresse

Montreal, QC
V7P1N2

Notifications

Soyez le premier à savoir et laissez-nous vous envoyer un courriel lorsque Yassiin ORO Family publie des nouvelles et des promotions. Votre adresse e-mail ne sera pas utilisée à d'autres fins, et vous pouvez vous désabonner à tout moment.

Raccourcis

Mis en avant

Partager