16/04/2020
Beeksisa toora sab-qunnamtii Mana Uffata Aadaa Oromoo,Siifan.
Jirra jirtuu,ilmaan Oromoo biyya lafaa Kana irra jirtan,jireenyi badhaadhaa,waatii maatiin isin nagaa,nuti naguma Rabbiif haa galatuu.
Akkuma mat-duree gubatti ibsamuuf yaalametti,maamiltoonni keenya kamiyyuu,toora sab-qunnamtiilee armaan gadiitiin nu qunnamtanii,waan aadaa keessan bareechaa kamuu nu biraa argachuu ni dandeettan.
Kanaaf,fageenyarras teettanis ta'ee,qaamaan dhuftanii waan nuuf ta'a jettan argachuu mi dandeettu.
Bilbila:-+971 54 478 6694
WhatsApp :-,+971 55 432 4747
Facebook :-www.facebook.com/siifan.designe
page:SIIFAN Mana Uffata Aadaa Oromoo
Skype :Siifan, Mana Uffata Aadaa Oromoo
E-mail :[email protected]
Twitter :- SIIFAN Mana Uffata Aadaa Oromoo
Instagram :Feeneet Shallamaa
Website :-www.siifanmuao.simplesite.com
Address:- Sharjah,United Arab Emirates
Waliin taanee,Aadaa fi seenaa keenya,haa guddifnu,dhaloota dhufus haa dhaalchifnuu.
Galatoomaa
SIIFAN MUAO