Murtii Comedy show

Murtii Comedy show please follow me 🙏

Kaayyoo kee galmaan gahuuf wantoota 5 kana godhi!1. Jechoota namaa "Maal naan jedhan" sammuu kee ol otuu hin ta'in miila...
17/02/2025

Kaayyoo kee galmaan gahuuf wantoota 5 kana godhi!

1. Jechoota namaa "Maal naan jedhan" sammuu kee ol otuu hin ta'in miila kee jala kaa'i.

2. Rakkina amma keessa jirtuu fi cinqii sitti jirtu kana kaleessa kee yaadachuun, Fuul-dura kee Abdachuun bira kuti.

3. Ogummaa keetii fi cimina kee namatti himuu osoo hin ta'in hojjachuun agarsiisi.

4. Kaayyoo qabaachuu kee malee kaayyoo kee maal akka ta'e namatti hin odeessin. Maalif yoo jatte? Namni kaayyoo kee yoo itti himte karaa itti kuftu siif mijjeessa waan ta'eef.

5. Taatee argamuu, (Ofitti amantummaan hojjachuu).

Please follow me 🙏

       ✔️💫🙌🙌❤️
07/02/2025

✔️💫🙌🙌❤️

07/02/2025
07/02/2025

Address

المنصورة - شارع التسعين - بجانب ناينتي مول
Aden

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Murtii Comedy show posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share