Waaqi dansaa

19/01/2026

Naasuun Waaqaa dhuma hin qabu

17/01/2026

Jireenni kisaaraa hin qannee jireenna Waaqaa woliin jiraatan qofaa.

17/12/2025
08/12/2025



Sababbiin nuuti haga dubbata dadhannuu mara rakkannuuf, Marartiin Waaqa ha dhuma hin qannee Akkuma jirutti te'ee, nu barsiisisaaf ykn aariin inni nutti aaree Waaqaa garaa jabeessuu dandeetti kun ammoo furmaanni Waaqaan wolii galuun (sarara Waaqatti galuun) qofaan sirraawa
Maraafuu Waaqaan wolii haa gallu!
Gara Waaqaa haa deebinuu!
Fedha Waaqaa qofaaf haa jiraannu!
Faaruu 77:2,4,9,13 Iyyoob 22:21-28.

05/11/2025

dansaa kiyya

Kiristaanni Diinqa/Kolloo/addee Dhokaata (ጎዋዳ) ifiitti Waaqaa hin beennee gaafaa tajaajilaan Diinqa ifiitti Waaqa beeku ...
15/10/2025

Kiristaanni Diinqa/Kolloo/addee Dhokaata (ጎዋዳ) ifiitti Waaqaa hin beennee gaafaa tajaajilaan Diinqa ifiitti Waaqa beeku seexana baasuu ykn dinqii gara garaa hojjatu ajaa’iba/baasaa/haareya itti teetee sanuma ajaa’ibsiifataa oola.
Akka inni diinqa ofiitti Waaqaa hin beenne saniin beekuu dandeenna
Dhuguma adoo dhossaatti Waaqaa beekaa te'ee yeroo Waaqi akkas hojjatu baasaa itti hin teetu.

Ergaa
Diinqa keennatti Waaqa haa beennu!

Eebbifamaa!

04/10/2025

Akka maqaa keennaa haa jiraannu!

Address


Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waaqi dansaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your establishment to be the top-listed Arts & Entertainment?

Share