Irbuu Entertainment

03/26/2026

Welcome to Irbuu Entertainment

Oromookoo lafa jirtaan hundaatti Baga Geessanโ—.  1,6417 ALO .(01/01/2023 ALA)Uummatni Kuush Hundii Baga bara haaraan isi...
01/01/2024

Oromookoo lafa jirtaan hundaatti Baga Geessanโ—.

1,6417 ALO .(01/01/2023 ALA)
Uummatni Kuush Hundii Baga bara haaraan isin gahe.
kun Bara Waan Oromoo Oromoof deebi'uu nuuf haa taasisuu Waaqni.
Bara waan yaaddan itti milkooftan isinif haa taasisuu.
Bara rakkoo Ulfaataa kana keessaa baanu waaqni nuf haa taasisuu.
haaraan kun Oromoof;
-Jijjirraa Dhahaa isaati.
-Guyyaa Seenaa Qabeessaa ijaarama Waraanaa Bilisummaa Oromooti.
-Guyyaa Kabajaa Ayyaanaa Biirbooti.
keessaa tokko ragaan Dhahaa isaati.

Biyyi kun osoo Uummatni Seem-Eeshiyaa irraa as hin dhufiin Itiyoophiyaan Dhaha mataa ishee fayyadama akka turtee Seenaan ni hima. Itiyoophiyaa kana eenyuu akka ijaare fi eenyuu akka as goodanee ragaan ni hima.

Itiyoophiyaan Dhahaa mataa ishee hin qabdu kan Warra fayyadamti. Uummatni Afran Dhahaa Uumudhaan Addunyaa kanarratti sanyii namaatiif kennaa guddaa kennan jedhaman keessaa Uummatni isaa tokkoodha.Isaan kaan , fi .Uummatni Addunyaa kan biroo isuma uummatni afran kuni haalan akka isaa ta'uutti walkeessa makee itti fayyadamaa, Abbaa itti ta'e malee akka uummataa Oromootti hin kalaqne. Uummatni Dhahaa mataa Ofii qaban, 1.
2.
3. fi
4. .
Hayyichii akkaataa, Dhalootaa,Aadaa, guddina, Amantii fi Sanyii nama (Antheropologist) waa'ee dhahaa Oromoo akkas jedha Dhahaan Oromoo (Aduu), fi (Baatii) irratti xiyyeeffata.

The Oromo Caledar is a great Invention and it is the source of Gadaa process. They schedule their lives, their rituals, their Ceremonies, their polotical and Economic activities to avery high degree jedhu Pirof. Asmaroom Laggasaa.
Dhahaan Oromoo dandeettii akkataa teessuma (taa'umsa) fi Astroonoomii hubachuu irra madde.
Maddi:- Kitaabaa Ilaalcha Oromoo fi Gadaa.
Akkasumas:Tg
Lafa jirtaniitti Hiriyootakoo Maraan Baga Bara Haaraa 2024 fi Amajji Tokkon isin gahen jedha.๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ‘Œ

  Miseensa Hawwisoo W3O Zoonii Lixaa Kan Ta'e Ammas Wallee ๐‘ญ๐‘ฐ๐‘ต๐‘ญ๐‘ฐ๐‘ต๐‘ต๐‘ฌ๐‘น๐‘น๐‘จ๐‘ป๐‘ป๐‘ฐ  Jedhu Qabatee Dhufeera.Coming Soon!
12/19/2023


Miseensa Hawwisoo W3O Zoonii Lixaa Kan Ta'e Ammas Wallee ๐‘ญ๐‘ฐ๐‘ต๐‘ญ๐‘ฐ๐‘ต๐‘ต๐‘ฌ๐‘น๐‘น๐‘จ๐‘ป๐‘ป๐‘ฐ Jedhu Qabatee Dhufeera.
Coming Soon!

Welcome Leencoo GammachuuWalaabuuNew Music Video
12/04/2023

Welcome Leencoo Gammachuu
Walaabuu
New Music Video

10/14/2023

Baga Ayyaana Irreechaa Odaa Bulluqiin isin Gahe.

10/11/2023

Eeggadhaa.
coming soon!

Eebbisaa Dirribaa   New  Music Video On Irbuu Entertainment Tube
10/03/2023

Eebbisaa Dirribaa

New Music Video On Irbuu Entertainment Tube

  Dinkisa Debala RAAJII 7
10/01/2023

Dinkisa Debala
RAAJII 7

  Maarree๐ŸŽผNew music Video๐ŸŽงComing Soon!๐ŸŽต
07/26/2023


Maarree๐ŸŽผ
New music Video๐ŸŽง
Coming Soon!๐ŸŽต

Yeroo dhihootti. Irbuu Entertainment  tube Gubbaatti.Like share subscribe Our channel.
07/22/2023

Yeroo dhihootti.
Irbuu Entertainment tube Gubbaatti.
Like share subscribe Our channel.

โš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธAkeekkachiisa Gama You tuben Dhaabbata Keenyaaf kenname๐ŸšซAkkam Jirtu Hordoftootaaf Jallattoota Artii Hundumti keess...
04/08/2023

โš ๏ธโš ๏ธโš ๏ธ
Akeekkachiisa Gama You tuben Dhaabbata Keenyaaf kenname๐Ÿšซ
Akkam Jirtu Hordoftootaaf Jallattoota Artii Hundumti keessan? Dhaabbatni ๐ˆ๐ซ๐›๐ฎ๐ฎ ๐„๐ง๐ญ๐ž๐ซ๐ญ๐š๐ข๐ง๐ฆ๐ž๐ง๐ญ ๐“๐ฎ๐›๐ž Yeroo dheeraaf Sirboota Aadaaf safuu Akkasumas Warraaqsaa Garaa garaa akka isin biraan gahaa ture nii yaadattu. Haa ta,u malee sababoota garaa garaan Akka Eegaa turtaniin isin bira gahuu hin dandeenye. Yeroo Tokko tokko Haalonni Itti Sirboonni dhiyaatan illee community standard waan nu gaafachiisuus Adabbiirra akka turre Gamanumaan isin beeksisuu yaalla. Ammas Sirba Dhiheenya Gadi lakkisne tokko gubbaatti Waan nu Qabeef Adabbii Guyyoota Sagaltamaa (90Day) Waan nu adabeef Sirboota Dhiheenya Isin beeksisaa turre Akka ammaaf gadi lakkisuu hin dandeenye Cimsinee isin beeksifna. Kanaaf sababni akka ta,u kan godhe, Dhiyeessii dhaabbata keenyaa ta,uu hubannee, Kanaan booda sirboota gara you tube kanaan bahan Seeraan gulaaluun kufinsa ykn Seera you tuben baase hin madaalu taanaan akka dhiyeessuu hin dandeenye Isin beeksisuu barbaanna. Ammas Weellistootni Keenya Yeroo Clip keessan gara keenyatti Fidattan, Seerota You tuben Baase Akka eegeef Qulqullina Akka Qabaatu dursitanii beekuun dirqama keessan ta,a. Yaadota Amma Ka,an kana hin Eegganne taanaan Homaa Waanti Gama You tube kanaan isiniif Gadi Lakkisamu hin jiraatu.

Address

15002 Layhill Road
Silver Spring, MD
20906

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Irbuu Entertainment posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Irbuu Entertainment:

Share