Siraj Man

Siraj Man Siraj

Artist odoo oromoon tokko ta'ee dinni oromoo baqee badde kaan jedhee artist kaam (@)
04/07/2026

Artist odoo oromoon tokko ta'ee dinni oromoo baqee badde kaan jedhee artist kaam (@)

Antee akkam jiraa naa himaa mee?
30/06/2026

Antee akkam jiraa naa himaa mee?

Hadhaa manaa garii fedhaa๐Ÿซ€Umrii 23 gaad ta'uu qabdii ammas gosaan oromoo ta'uu kannumaa kaan barbbaddu'
30/06/2026

Hadhaa manaa garii fedhaa๐Ÿซ€
Umrii 23 gaad ta'uu qabdii ammas gosaan oromoo ta'uu kannumaa kaan barbbaddu'

Oduu Gaddaa.....๐Ÿ˜ญุฅู†ุง ู„ู„ู‡ ูˆูŽุฅูู†ูŽู‘ุง ุฅูู„ูŽูŠู’ู‡ู ุฑูŽุงุฌูุนููˆู†ูŽ ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ’”Yaa garaa Namaa Waa meeqa baata! Dhugumatti qormaanni Rabbii yer...
29/06/2026

Oduu Gaddaa.....๐Ÿ˜ญ
ุฅู†ุง ู„ู„ู‡ ูˆูŽุฅูู†ูŽู‘ุง ุฅูู„ูŽูŠู’ู‡ู ุฑูŽุงุฌูุนููˆู†ูŽ ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ’”
Yaa garaa Namaa Waa meeqa baata!
Dhugumatti qormaanni Rabbii yeroo tokko tokko baay'ee ulfaata๐Ÿ˜ฅ
Daa'imti micattii waggaa lamaa olii dhukkuba kaansariitiin yeroo dheeraaf dhukkubasata turte baiyya masrii keessatti rakkachaa turte. Har'a ammoo osoo isheen du'aa fi jireenya gidduu yaalaa keessa jirtu ilmi ishee daa'imti waggaa afurii 4 gamoo irraa kufee lubbuun isaa darbe๐Ÿ˜ญ
Qormaata akkasii eenyutu obsaan baachuu danda'a?
Garuu Rabbiin Mootii moototaa dha. Waan fedhe hojjeta; waan murteesse Ni ta'a. Murtii Isaa irraa eenyullee Isa hin gaafatu!
Rabbiin daa'ima kana warra Jannatul Firdaws isa haa godhu.
Obboleettii teenya haadha isaa dhukkubsattuu fayyaa guutuu haa kennuuf. Haadha, abbaa fi maatii isaanii hundaaf obsa, jabinaa fi iimaana haa kennu
Yaa obboloota keenya warra biyya Masrii jirtan, yeroo kana maatii kana bira dhaabbadhaa. gargaaraa sababa tahaafii qormaata kana irraa salphisaa haadha san yaalchisaa Yeroo rakkinaa bira dhaabbachuun hojii guddaa Rabbii biratti mindaa qabuudha.
Yaa Rabbii keenya! Balaa tasaa qormaata ulfaataa fi gadda akkanaa irraa Nu hunda eegi.daaima du'eef araarama godhoof warra hafaniif obsa bareedaa kenniif yaa ilaahii
ุงู„ู„ู‡ู… ุฃุฌุฑู‡ู… ููŠ ู…ุตูŠุจุชู‡ู…ุŒ ูˆุงุฎู„ู ู„ู‡ู… ุฎูŠุฑู‹ุง ู…ู†ู‡ุงุŒ ูˆุงุฑุญู… ูู‚ูŠุฏู‡ู…ุŒ ูˆุงุดูู ู…ุฑูŠุถุชู‡ู… ุดูุงุกู‹ ู„ุง ูŠุบุงุฏุฑ ุณู‚ู…ู‹ุง. ุขู…ูŠู†. ๐Ÿคฒ๐Ÿ’”
Asiledin Mohammed
Sumya Tasfaye
Abdi Regasa
@

Dasporra_๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ฆtti anii ijoleen Torrontoo VSA Jirtaa naa dubisaaโœ๏ธ inbox naa tolchaa
29/06/2026

Dasporra_๐Ÿ‡จ๐Ÿ‡ฆtti anii ijoleen Torrontoo VSA Jirtaa naa dubisaaโœ๏ธ inbox naa tolchaa

jowwar kuun mikkinaa namatti lalli mee ๐Ÿฅน๐Ÿซ€๐Ÿซก
28/06/2026

jowwar kuun mikkinaa namatti lalli mee ๐Ÿฅน๐Ÿซ€๐Ÿซก

27/06/2026

maali

Mucaa keesaan isaan jalaatta ๐ŸŒน๐Ÿค
27/06/2026

Mucaa keesaan isaan jalaatta ๐ŸŒน๐Ÿค

Address

110
Nairobi
119

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Siraj Man posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category