Ibsinan Aliyii

Ibsinan Aliyii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ibsinan Aliyii, Safaricom, Nairobi.

Haaza Huwa Rajul Amaal!Modela Shamaran Qoofa Osso Taane Dhirti Hawitudhaa! Shamari Heddun Issa Nyachuf Yo Amomaatu :Dhir...
24/04/2026

Haaza Huwa Rajul Amaal!

Modela Shamaran Qoofa Osso Taane Dhirti Hawitudhaa! Shamari Heddun Issa Nyachuf Yo Amomaatu :Dhirti Immo Akka Sa Tahu Hawwiti😁

Murti Guuto Miciyyoon Takka Suura Tana Nati Ergee Naf Dubbisi Nan Jaate! Booda Bilbili Harayni Qaxar Doha Irra Yo Si Dawalame Kaasi🤦😍

Kabajammo Qurcaa Quubsa Jechaa Ke Fayadamu Kiyyaf Dhifaama Gudda😁

Haakaroonni akkamiin herreega keetirraa maallaqa hatu?👇👇 Haakaroonni (hackers) maallaqa baankii fi herreega (account) ad...
24/04/2026

Haakaroonni akkamiin herreega keetirraa maallaqa hatu?👇👇

Haakaroonni (hackers) maallaqa baankii fi herreega (account) adda addaa irraa hatuuf mala qaxxaamuraa fi teknoolojiiwwan gurguddoo dhimma itti ba’an keessaa warri baay’ee baraman isaan kana:
​1. Phishing (ergaadhaan gowwomsuu )
​Kun mala haakaroonni harka caaluun itti fayyadamaniidha. Iimeelii (Email), ergaa gabaabaa (SMS), bilbila baankii ati fayyadamtuu fakkeessanii sitti ergu.

• ​Akkamitti hojjeta?

Ergaa "Herregni kee cufameera, liinkii kana cuqaasii sirreessi" jedhu sitti ergu. Liinkii sana yoo cuqaastu, weebsaayitii baankii ati fayyadamtu fakkaatu tokko siif banuun pasword kee akka achirratti galchitu si gaafata. Yoo 'password' kee achirratti galchite, isaan si hatan jechuudha.

2.Kallattiin siif bilbiluun baga gammadde Ithiotelecom badhaasa siif qopheesseera, ergaan ethiotelecom akkuma si qaqqabeen account(lakkoofsa herreegaa) kee ergi siin jedhu. Bilbila ittiin siif bilbilanirratti akka ergituuf si hubachiisu. Ergasii battalatti ergaa(mesage) ethiotelecom irraa fakkaatutu sitti ergama garuu soba. Irra deddeebi'anii si amansiisuuf yaalu.

​3. Malware fi Keyloggers (Sagantoota Hamoo)
​Hawaasni baay'een aplikeeshinii (App) tola argamu ykn viidiyoo 'pirated' ta'e yoo buufatan, vaayirasii faana buufachuu danda'u.
Fknf. Keyloggers: Inni kun wanta ati bilbila ykn kompiyuutara kee irratti barreessitu hunda waraaba. 'Password' kee yommuu galchitu iccitii kee haakarootatti erga.

4. SIM kaardii jijjiiruu (SIM Swapping)
​Malli kun baay'ee sodaachisaadha. Haakarichi gara tajaajila bilbilaa (Telecom) keetti bilbiluun, "SIM kaardiin koo na jalaa badeera, lakkoofsuma kanaan SIM haaraa naa bani" jedha. Ethiotel haala salphaan baasuu dhiisuu danda'a garuu yoo akka tasaa milkaa'eef, koodiin iccitii (OTP) baankiin sitti ergu hundi gara bilbila haakarichaa deema. Achumaan herrega kee keessa lixee maallaqa baasa.

​5. Wi-Fi nama hundaaf banamaa ta'e fayyadamuu (Public Wi-Fi)
​Wi-Fi bakka nagaa hin qabne (fakkeenyaaf hoteela fi bakkeewwan birootti fayyadamtuun baankii kee yoo fayyadamte, haakaroonni daataa bilbila kee irraa ba'u hunda gidduutti qabuun arguu danda'u. Malli kun mala "Man-in-the-Middle (MitM) attack" jedhamuun beekama.

Of eeggannoo gochuu qabdu:
• ​Lakk. iccitii kee erga galchitee booda koodiin bilbila keerratti akka dhufu godhadhu. 2FA(Two-Factor Authentication)

•Liinkii hin beekne hin cuqaasinaa: Ergaa baankii irraa fakkaatee dhufu kamiyyuu liinkii isaa cuqaasuu dhiisaa, gara 'App' baankii isa sirriitti deemuun itti fayyadamaa.

• ​App 'Official' qofa fayyadamaa: 'Play Store' ykn 'App Store' ala App kamiyyuu hin buufatinaa.

• ​Password jabaa fayyadamaa: Maqaa kee fi guyyaa dhalootaa kee password gochuun haakarootaaf baay'ee salphaadha.

​Malli haakaroonni itti fayyadaman yeroo ammaa gowwoomsuu sammuu (Social Engineering) irratti xiyyeeffata. Iccitii kee eenyuufiyyuu bilbilaan hin kennin!

Dhimmoota addunyaa teenyaa fi odeeffannoowwan murteessoo biroo argachuuf ammuma 'like' tuquun 'share' godhaa.
Account koo Ibsinan Aliyii 󱢏 follow godhaa ergaa jabduu kan biroo argachuuf

Namni haa numa afuufuu bilbila harkaa qabna.  Jechu kun jecha waggaa kanaati!😀
23/04/2026

Namni haa numa afuufuu bilbila harkaa qabna. Jechu kun jecha waggaa kanaati!😀

18/04/2026

try not to lough 🤣🤣🤣🤣🤣🤣

17/04/2026

Faaruu namaatin hin dagamin🥰👏

deggartoonni Barcelona comeback guddicha Addunyaa arguuf saa'atii 3 qofaatu hafe tilmaama keessan comment 👇 Garee boo'ic...
15/04/2026

deggartoonni Barcelona comeback guddicha Addunyaa arguuf saa'atii 3 qofaatu hafe tilmaama keessan comment 👇

Garee boo'ichaa balbala cufadhaa boohaa UCL'n LaLiga miti, kan abbaan murtii penalty tola isiniif kennuuf 😆😆

13/04/2026

zikrii tana Gaw godhi woo🥰🤗🤲🤲🤲

11/04/2026

Nan waswasin 🤗🔥🥰
😂😂😂

Barselonaf amma taphoota 7 qofatu hafeefii jira, tapha Laaligaa irratti barcelonan Riyaal Maadriid qabxii 9n dursuu dand...
11/04/2026

Barselonaf amma taphoota 7 qofatu hafeefii jira, tapha Laaligaa irratti barcelonan Riyaal Maadriid qabxii 9n dursuu danda'ee jira👏
barcelona waancaa kana fuudhuu isaa mirkaneesse fakkaata. 🏆🏆

Isinin jaaladha ❤
20/12/2024

Isinin jaaladha ❤

Address

Safaricom
Nairobi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ibsinan Aliyii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share