Kedir Habibe Page

Call Website Contact the establishment

Kedir Habibe Page Baga nagaan dhuftan! Oduu haaraa, yeroo isaa eeggateen isiniif dhiheessina. Peejii kana Like Follow Share godhaa.

10/11/2026

Breaking News!! .Eertiraan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii akka Itiyoophiyaa waliin wal dhabdee kana gidduu seenu gaaf...
10/11/2026

Breaking News!! .Eertiraan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii akka Itiyoophiyaa waliin wal dhabdee kana gidduu seenu gaafatte.

Eertiraan boo'uu eegaltee jirti; maaloo, Itoophiyaan haleellaa guddaa narratti banuuf dhufaa jirti narra qaba jatti.

10/10/2026

Waraana TPLF

  NewsHaleellaan diroonii cimaan magaalaa Zalambessaa fi naannawa isii irratti raawwatameen humnoota waraanaa Eertiraa m...
10/09/2026

News

Haleellaan diroonii cimaan magaalaa Zalambessaa fi naannawa isii irratti raawwatameen humnoota waraanaa Eertiraa makaanaayizeeshinii waraana Eertiraa irratti gaaga'ama guddaa fi miidhaa guddaan akka ga'ee gabaafamee jira.

Odeeffannoo fi ragaan viidiyoo bakka sana irraa argame akka agarsiisutti haleellaan kun addatti konkolaattota konkolaataa fe'umsaa waraanaa heddu kanneen waraanaa fe'aman-kanneen naannoo mana jireenyaa fi kutaa giddu galeessa magaalattiitti buufatanii turan irratti kan xiyyeeffate ta'uu ibsee jira.

Haleellaan kun dhohinsa walduraa duubaan meeshaa waraanaa fi rasaasa konkolaattonni kun fe'an kan kaase yoo ta'u, dhaabbilee daldalaa naannoo sanaa fi manneen jireenyaa naannoo sana jiran irratti miidhaa guddaa geessisee jira.

Dhohinsi kun jiraattota naannoo sanaa biratti sodaa bal'aa akka uume gabaafamee jira.

Weerara waraanni Eertiraa daangaa Itiyoophiyaa ce'ee fi sochii naannoo Zalambessa irraa kaasee hanga Adigrat fi Degehamus diriiree jiru hordofuun mootummaan Itoophiyaa tarkaanfii ofirraa ittisuu fudhachaa akka jiru ibsee jira.

Breaking News Egypt Biyyoota ollaa keenyaa Sudaan... Somaaliyaa Eertiraa fi Jabuutii marii goosisuun Yoo Itoophiyaan biy...
10/08/2026

Breaking News
Egypt Biyyoota ollaa keenyaa Sudaan... Somaaliyaa Eertiraa fi Jabuutii marii goosisuun Yoo Itoophiyaan biyyoota kana daangaa isaanii seente akka walii tumsanii lolan waliigaltee mallatteessanii jiru!! Kun hundi shira Abbaa Irree Isayyas Afiwerqii fi Abbaa irree shiraan mootummaa ummatni filate irratti fonqolcha raawwatee dhufe Abdul Fattah Al Siisiiti. Shirri kun ammas hulaa galaana diimaa argachuu irraa Itoophiyaa hin daangeessu...tokkummaan lammiilee biyyattii gudduutti argame takkaa argame hin beeku... hunduu dhimma biyyaaf dursa kennee jira... Biyyi ollaa keenya takka jabduun Keeniyaan kan dipiloomaasii Idil-Addunyaan beekkamtu nu waliin jirti. Keeniyaa jabeeffachuu biyyoota Afrikaa..Awurooppaa Eeshiyaa hanga Ameerkaatti waliin dipiloomaasii jabeeffachuun duula eegalame hanga Galaana diimaa argachuutti itti fufu qaba... Shirri abbootii irree kun of duuba nu hin deebisu...!! Itoophiyaan shira kanaas ni injifattti...nu hordofaa like Shere follow gochuu hin dagatina

Breaking News!! Pireezdaantiin Raashiyaa fi Iraan marii arra godhan irratti, Raashiyaan Rakko Iraan fi JGB qabatte tanaa...
10/08/2026

Breaking News!! Pireezdaantiin Raashiyaa fi Iraan marii arra godhan irratti, Raashiyaan Rakko Iraan fi JGB qabatte tanaaf furmaata fiiduf waan dandeetti teenya nii godha ja'a Puutiin.

  News. Waraanni Eertiraa Birmadummaa biyya keenya cabsuun Tigraay seenuun Magaalaa Addigiraat dabruun daandii guddicha ...
10/07/2026

News.

Waraanni Eertiraa Birmadummaa biyya keenya cabsuun Tigraay seenuun Magaalaa Addigiraat dabruun daandii guddicha Addigiraat irraa Maqalee geessu qabatanii jiru...!! Abbaan irree Isayyas Afiwerqii Manguddoo kun masmara diimaa dabree jira...!!

  NewsLojiistikii waraana Shabiyyaa kan Edagaa Haamusi irraa gara Atsiib geeffamaa ture, Humna Qilleensaa keenyan rukuta...
10/07/2026

News

Lojiistikii waraana Shabiyyaa kan Edagaa Haamusi irraa gara Atsiib geeffamaa ture, Humna Qilleensaa keenyan rukutamee barbadaa'e.

Waraanni Shabiyyaa fi Hiwahaat kan jedhaman, lojiistikii Edagaa Haamusi irraa gara Atsiib geessaa osoo jiranii, har'a yeroo walakkaa guyyaa naannoo Beet-Hawaariyaat, Edagaa Haamusi irraa kiilomeetira 5 fagaatee jiru keessatti, drooniin rukutamuun isaa mirkanaa'eera.

Address

Nairobi
San Francisco, CA
00100

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kedir Habibe Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Kedir Habibe Page:

Shortcuts

Share