Urgesa Eshetu

Tuullamanii taaโ€™anii waaqa ofii hin komatanSocho'i Antee
15/06/2026

Tuullamanii taaโ€™anii waaqa ofii hin komatan
Socho'i Antee

Dilbata Dilbii hundumaaf
14/06/2026

Dilbata Dilbii hundumaaf

Kunirree Ana miti๐Ÿ˜๐Ÿ™ˆ
11/06/2026

Kunirree Ana miti๐Ÿ˜๐Ÿ™ˆ

Tuulamni jila guddaatti jira. Jila "DHAKA-KORA tti seerri bara darbe waraabame, marii yaa'ii waliigalaatiin raggaasifame...
08/06/2026

Tuulamni jila guddaatti jira. Jila "DHAKA-KORA tti seerri bara darbe waraabame, marii yaa'ii waliigalaatiin raggaasifamee qadaadamu. Meelbaan dabaree bulchinsaa Birmajiirraa ganna saddeettan darbe fuudhe, amma diroon geenyaan, alangee gara warra Gadaa Michilleetti dabarsuuf yeroo eeggataa jira!

Waxabajjii afur (4) akka lakkoofsa biyya keenyaatti, Tuulamni DHAKA-KORAtti wal gahee seera raggaasifata! Seerri kunis bara darbe keessa ardaalee jilaa akka Odaa Nabeefi Caffee Dongoraatti waraabbatamanii ture! Haaluma kanaan, akka sirna Gadaatti hawaasni bal'aan kallattiin irratti mari'achuun kaan fooyyessee kaanis qajeelchee haaraas itti dabalatee bara kana raggaasifatee baroota as aanan saddeet Michilleen ittiin biyyaafi biyyoo bulcha!

Tuulamticha sadeen (Daaccii, Bachoofi Jiilleen) milkaa'aa! Michilleen ammoo, Gadaa teessan Gadaa milkii biyyaaf biyyoodhaa taatu nuuf haa taasisu!

Gadaan quufaa gabbina, barris roobaa nagaa haa ta'u!

Leel, Leel, Lee!
maddi;Obsa Abdisa

07/06/2026

๐Ÿ™Œ

Dhugaan dhoohe Gadhiifameera ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ
05/06/2026

Dhugaan dhoohe
Gadhiifameera ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ๐Ÿ‘‡๐Ÿฟ

Waatti jirra ๐Ÿ‘Œ
05/06/2026

Waatti jirra ๐Ÿ‘Œ

๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ
28/05/2026

๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ

26/05/2026

Yaabbanneen Kachamalliidhaโ€ฆ.

Abdii osoo hin kutin cichoominaan Yoo hojjatan akkuma kee kana Waancaan galu!Addunyaan Sirraa Muxannoo guddaa fudhatti ๐Ÿ‘Œ
24/05/2026

Abdii osoo hin kutin cichoominaan Yoo hojjatan akkuma kee kana Waancaan galu!
Addunyaan Sirraa Muxannoo guddaa fudhatti ๐Ÿ‘Œ

Address

Finfinnee
London

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Urgesa Eshetu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Urgesa Eshetu:

Share