KOOLUU MEDIA

KOOLUU MEDIA BAGA NAGAAN DHUFTE

PAGE KANA FOLOW GODHI eebbifami πŸ’šπŸ’•

15/05/2026

WAAQAYYO GUDDAADHA!

 'II Caamsa 12-16/9/2018 GUYYAA 5F KAN TURUU KONFIRESII HAFUURA GUDDAA GALATEEFFANA WAGGAA 9FFAA WALDAA REHOBOT MAGAALA ...
15/05/2026

'II
Caamsa 12-16/9/2018 GUYYAA 5F KAN TURUU KONFIRESII HAFUURA GUDDAA GALATEEFFANA WAGGAA 9FFAA WALDAA REHOBOT MAGAALA BAAKKOO IRRATTI ARGAMUUN AKKA HIIRMAATANIIF WAMICHA ISIIN GODHAME KANARRA HIN HAAFINA.

  tokkummaa faarfatoota magaalaa Baakkoo haala Ajaa'ibaan itti fufee Waldaa Rehobot Baakkootti geggeffama hirmaadha
08/05/2026

tokkummaa faarfatoota magaalaa Baakkoo haala Ajaa'ibaan itti fufee Waldaa Rehobot Baakkootti geggeffama hirmaadha

 Faarfataa gammachuu lammaa jedhama mucaa ol adeemaa ayyaanni irra jirudha faaruu haaraan dhufaa jira, Adaraa keessan ol...
04/05/2026


Faarfataa gammachuu lammaa jedhama mucaa ol adeemaa ayyaanni irra jirudha faaruu haaraan dhufaa jira, Adaraa keessan ol adeemaa akka kanaa haa jajjabeessinu

30/04/2026

ARAARA KEE NUUF BUUSI
YAA WAAQAYYO MAALOO!

😭😭😭😭😭😭😭Ana haa nyaatu giiftiikoo Uuuuuuuu Kanumaaf akkas wal goone Otoo dacheen nu hin dadhabiin nutu wal dadhabeHin sii...
29/04/2026

😭😭😭😭😭😭😭
Ana haa nyaatu giiftiikoo
Uuuuuuuu
Kanumaaf akkas wal goone
Otoo dacheen nu hin dadhabiin nutu wal dadhabe
Hin siif game gooftiiko
Bitaa fi mirga ilaaltee hamilee dhabde
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

YESUS DU'AA KA'EERA BAGA GEESSAN
12/04/2026

YESUS DU'AA KA'EERA
BAGA GEESSAN

09/04/2026

Waansaa hin beeku
Hojiif si barbaanne jedhanii
siif bilbilu fagoorraa

29/03/2026

Isa ati dadhabeera jette
Waaqayyo jalqabeera siin jedha

Address

Nekemte

Telephone

+251918340609

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when KOOLUU MEDIA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share