Mame Salme Entertainment

Mame Salme Entertainment Entertainment

28/09/2023

Miizaana Iratti Wanni Akka Amala Gaariitti
Ulfaatu Hin Jiru" ﷴ۝ﷺ💔

28/09/2023

Daqiiqaa 1 qofa fayyadamii Nabiyyii kee ﷺ irratti salawaata buusi!

Alhamdulillaah jedhii mee yeroo tokko kan nu jiraachisee harraan nu gaheef
14/04/2023

Alhamdulillaah jedhii mee yeroo tokko kan nu jiraachisee harraan nu gaheef

Oromummaa fi Muslimummaan waliif miidhagina
09/04/2023

Oromummaa fi Muslimummaan waliif miidhagina

07/04/2023
Fayyi jedhiin maaloo
07/04/2023

Fayyi jedhiin maaloo

♥️💚♥️
06/04/2023

♥️💚♥️

Tiruu mummuruun kooHaa nyaatamuuf mitiMuree laaluuf maleeSi obsee turuun kooSi dagachuuf mitiNatti cimnaan maleeRakkoon ...
06/04/2023

Tiruu mummuruun koo
Haa nyaatamuuf miti
Muree laaluuf malee
Si obsee turuun koo
Si dagachuuf miti
Natti cimnaan malee

Rakkoon lakkuu taatee
Keessa koo madeessee
Roorrootu hammaatee
Sirraa na fageessee

Bokkaa keessa ciisee
Lubbuu utuun wareeguu
Waa'ee kankee dhisee
Si dagadhee hin beekuu

Waraabessi na marsee
Na nyaachuufis yuusu
Dhugaa kee dabarsee
Qarshiin bakka hin buusuu !

Follow godhaa SALME TUBE PAGE

05/04/2023

Kunoo Dhufnee Page Keenya Like Follow Godhaa Galatoomaa 🥀

Address

Shakiso

Opening Hours

09:00 - 17:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mame Salme Entertainment posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share