03/11/2025
Guyya 25/340
β Yooyyaa qabadha π€
βοΈHardhan tana Afaan Faranjii kan mana nyaatatti fayyadamnu woliin baranna.
βοΈ Hiikka jechoota
Waitress ~ keessumessitu
Waiter ~ Keessumeessa
Meal ~ nyaata
Delicious ~ nyaata mi'aawa
Bland ~ nyaata bushaawa /sholga
Yeroo bara ammayyaawa kanatti ' waiter ' jechuurra.
β
Server ~ tajaajila /tajaajiltu
kan jedhamutti filatama sababnisa kabaja dhagarsiisa.
β
It's too salty ~ sooddi akuu Itti bacateera.
β
It's too sweet ~ Mi'aan haga darbeera.
β
It tastes homemade ~ nyaata mana fkt
β
It's mouth watering ~ nyaatichi nama akuu bareeda / harka ke si kutachiisa
β
Billπ Waraaqa ykn ticket ida'ama qarshii nyaata nyaattame kan qabu jechuu dha.
π§ waitress ~ what would like to have ?
Waitress~ Maal qalbiin isiniif haa ajajamu ?
You ~ Could I see the menu , please?
You ~ Maalo, meenu ilaalu dande'a?
π§ waitress ~ Of course, there you go
π§ Waitress ~ Shakki tokko malee, hoo kunoo
You ~ I would like to order special Abukado
You ~ Ispeeshal Abukaado naaf haa te'u
π§ waitress ~ Would you like anything to drink?
π§ waitress ~ Wanti dhuggamu ho hinfeetu ?
You ~ Just water for now
You ~ Ammaafi bishaanuma naaf fidi .
You ~ Can I have the bill, please?
You ~ Waraqaa kanfalti naaf kennu dandeetta ?
π§ Waitress ~ Of course, there you go .
π§ Waitress ~ Eeti, kunoo hoo.
You ~ Thank you π
πCould I have another serving, please?
Hiikkasa comment irra godha.!
Yeroo dansaa qabaadha π