26/08/2026
Online All Delala GG Studio
Kanan dura faarfattoota 30f Challenge Baasnee ture namoonni baay'een erga galmeen dhumee dhuftani isaaf nu oofkalchaa jechuu barbaanna!
β
βchallenge kanaan dura 30f baasne amma hojiisaa walumaa galatti gara xumuruutti jirra namoonni murasni faarfannaan keessan hafee jiru torban lamaa asitti guutummaa guutuutti faarfannaa keessan fudhachuu nii dandeessu warri fudhattan immoo Yeroo you tube irra gadhiifattan link keessan nuuf erguu hin dagatinaa!
marsaa 2ffaa video fi audio Dhaan namootni hojjechuu barbaaddan qophaa'aa yeroo baasnutti atattamaan galmaa'aa erga galmeen dhumee nun komatinaa ammaf hin baasne yeroo baasnutti akka isin bira ga'uuf kana follow godhachuu dandeessu galatoomaa!