EECMY KERSA DERGE B Choirs

EECMY KERSA DERGE B Choirs Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from EECMY KERSA DERGE B Choirs, Choir, Nek'emte.

Welcome come to page EECMY KERSA DERGE B CHOIRS
Love family ❤️
http://www.youtube.com/-KERSA-DERGE-B-Choirs
tiktok.com/
Email - [email protected]

04/06/2026

Kotta Hojii Waaqayyoo Waliin Haa Hojjennu .
Odeeffanno Dabalataaf
: 0902306141Samuel AD Ayu Adisu 'l Getahun@Mihiret Etefa

my family 🥰🤩
23/04/2026

my family 🥰🤩

Congratulations 🎊 Baga Waaqayyoo isin gargaare 💕🙏💕samuel Birraatu daraartu Birraatu caaltu Garramu
18/04/2026

Congratulations 🎊
Baga Waaqayyoo isin gargaare 💕🙏💕
samuel Birraatu
daraartu Birraatu
caaltu Garramu

🤵‍♂HAPPY WEDDING TO DAVE & LALO👰Uma. 2¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯¹⁸ Ergasii Waaqayyo gooftaan, "Namichi kophaa isaa ta'uun gaarii miti; k...
17/04/2026

🤵‍♂HAPPY WEDDING TO DAVE & LALO👰

Uma. 2
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
¹⁸ Ergasii Waaqayyo gooftaan, "Namichi kophaa isaa ta'uun gaarii miti; kan akka isaatii kan isa gargaartu, ani isaaf nan tolcha" jedhe.


²² Waaqayyo gooftaan lafee cinaachaa isa namicha keessaa fuudhe sana irraa dubartii tolchee namichatti in geesse.
²³ Namichis, "Amma reefuu ta'e; isheen kun lafeen ishee lafee koo keessaa, foon ishees foon koo irraa fuudhame; isheen kun namattii waan argamteef, 'Namee' jedhamtee haa waamamtu!" jedhe.
²⁴ Kanaafis dhiirri abbaa isaa fi haadha isaa in dhiisa, haadha manaa isaattis in maxxana; isaan lachanuus foon tokko in ta'u.

11/04/2026

EECMY KERSA DERGE B CHOIRS
❤️🔥🎵🎵🎹

“Du'uun karaa nama tokkoo akkuma dhufe, warii du'an ka'uunis karaa nama tokkoo dhufeera.”  — 1Qor. 15:21
10/04/2026

“Du'uun karaa nama tokkoo akkuma dhufe, warii du'an ka'uunis karaa nama tokkoo dhufeera.”
— 1Qor. 15:21

03/04/2026
“Eyyee, warri harka kee eeggatan hin yeellaasifaman; warri akkasumaan amanamuu isaanii dhiisanii si irraa garagalan garu...
22/09/2025

“Eyyee, warri harka kee eeggatan hin yeellaasifaman; warri akkasumaan amanamuu isaanii dhiisanii si irraa garagalan garuu in yeellaasifamu.”
— Far. 25:3

21/02/2025

Waaqayyo Waaqa Guddaa 🎹 🥁
Gartuu B

15/01/2025

“Warri kooluu sitti galan hundinuu garuu haa gammadan, bara baraanis haa ililchan! Ati warra maqaa kee jaallatan waan eegduuf; isaan sitti haa gammadan!”
— Far. 5:11

Address

Nek'emte

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when EECMY KERSA DERGE B Choirs posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category