Sinbon Tube

Sinbon Tube Please 🙏 follow me

❣️Seenaa Gabaabaa kana Dubbisaa 👇Guyyaa tokko hiyyeessa tokkotu nyaata kadhachuuf mana sooressaa dhaqa. Abbaan manichaas...
10/10/2025

❣️Seenaa Gabaabaa kana Dubbisaa 👇
Guyyaa tokko hiyyeessa tokkotu nyaata kadhachuuf mana sooressaa dhaqa.

Abbaan manichaas, namicha nyaata kadhaa dhufe mana jala teessisee nyaata irraa hafaa/over left/ fidee kenneef. Nyaaticha erga kenneefii booda kadhatichaan, "Mee haakadhannu, erga kadhannee booda nyaatta" jedheen. Abbaan manaas, "Abbaa keenyaa Waaqarra kan jiraattu" jedhee kadhata eegale. Hiyyeessichi ammoo jalaa qabuun, "Waaqayyo abbaa kee Waaqarra kan jiraatu" jedhe. Yoona, namichi aree. "Waaqayyo abbaa keenyaa" jedhi jedheen. Hiyyeessichi didee akkuma duraa "Waaqayyo abbaa kee Waaqarra kan jiraatu" jedhee kadhate.

Sana booda maaliif akka inni jedhetti "Waaqayyo abbaa keenyaa" jedhee kadhachuu akka dide haariin gaafata.

deebisee, "Yoon Waaqayyo abbaa keenyaa jedhee kadhadhe, aniifi ati obbolaa taana. Yoo obbolaa taanee ati mana jalatti nyaata harca'aa(over left) naaf hinkennitu. Anis siiwajjinan maaddii kee irraan nyaadha ture.Haala amma ati ittiin nakeessummeessiteen nuti ilmaan abbaa tokkoo ta'uu hindandeenyu" jedheen jedhama.

barumsa guddaa barate. Innis Waaqayyo abbaa keenya ta'uu kan danda'u nama hundumaa akka obboleessaafi obboleettiitti yoo ilaallee gargaarreedha kan jedhu hubate.

Waan dubbiftaniif galatoomaa!🙏
maxxansa mimmiidhagoo akkasii argachuuf follow godhaa.

         💔💔😭
06/09/2025


💔💔😭

   Love and music ❤️
11/08/2025


Love and music ❤️

Kitaabni "Guyyaa 30 kessatti akkamiin haadha mana kee jijjiruu dandessa"? jedhuu maxxanfame torbee 1 keessatti kitaabole...
30/07/2025

Kitaabni "Guyyaa 30 kessatti akkamiin haadha mana kee jijjiruu dandessa"? jedhuu maxxanfame torbee 1 keessatti kitaabolee miliyoona 2 olitu gurgurame.

Garuu mata dureen kitaaba kun dogongora qube qaba ture mata duree inni sirriin "Guyyaa 30 kessatti akkamiin jireenya kee jijjiruu dandeessa"? Kan jedhu ture. Qubeewwan L fi W tu wal jijjiree maxxanfame ( Wife & Life). Kan sin aja'ibsiisuu kitaabni erga mata dureen isa sirreeffame maxxanfame booda ji'a 1 keessatti kitaabota 3 qofatu gurguramee.

Nama kan rakkisee jireenya utuu hin taane Haadha manaadha jechudha 😜😁
Sinbon Tube

Aja'ibaa ....       asi olittii argitaan kun     jedhama. Lammii biyyaa    Georgia jiraata turee   dha.       Yakkaa hoj...
29/07/2025

Aja'ibaa ....

asi olittii argitaan kun jedhama. Lammii biyyaa Georgia jiraata turee dha.

Yakkaa hojjetee manaa hidhaa senee Murtiin Du'as ittii Murta'ee.😔😭

Murtiin sun rawwatamuf guyyaan tokkoo (1) qoftii yoo hafuu garuu manaa hidhaa kessaa miliquun ba'ee. 😄😄💪💪

Guyyuma Miliqee ba'ee sana Halkaan Mana bashannana (Mana ) demee.

MAALTU TA'E ??

Halkanuma sanaa Walittii bu'insaa tasa manaa bashannana sana kessaatti umameen Lubbuun isa darbitee .😱🙄🙄😰

Guyyaan kee geenyan du'ii wantaa hin oollee!!!
Sinbon Tube

✍️Humna Artii✍️ Silkii kee gadii galagalchii ilaali  Sinbon Tube
25/07/2025

✍️Humna Artii✍️
Silkii kee gadii galagalchii ilaali
Sinbon Tube

  time ❤️
13/07/2025

time ❤️

Please follow this Page ❤️❤️
13/07/2025

Please follow this Page ❤️❤️

25/06/2025

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Hayat Seid, Diddaa Gabrummaa, Abdusalaam Abdusalaam Shamil Shamil, Abbaa Maslah, Workineh Tsegaye, Sinbonsa Samuel

Address

Adama

Telephone

+251930812651

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Sinbon Tube posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Sinbon Tube:

Share