Leli lyrics

Leli lyrics My family is Real madrid
My life is Arsenal
My favorite person is Cristiano Ronaldo
"🐐⚽️💞"
(1)

28/04/2026

Faaxumaan Yaadinii Ani Keetumaa

27/04/2026

An Nandhiifne Yaanni Kee Hogayuu Yaadan........!!!!!

Shiftoonni daangaa Yaman keessatti ijoollee keenyaa fi namoota biroo butanii maallaqa maatii irraa saamaa turan, akkasum...
26/04/2026

Shiftoonni daangaa Yaman keessatti ijoollee keenyaa fi namoota biroo butanii maallaqa maatii irraa saamaa turan, akkasumas lubbuu kumaatamaan lakkaa’amu balleessaa turan, irratti mootummaa Yaman hojii (operation) gaggeesseen to’annoo jala oolchuu danda’eera. Operation kanaanis, lammiileen Itoophiyaa fi baqattoonni biyyoota biroo kanneen gammoojjii keessatti butamanii turan bilisa baafamuu danda’aniiru.

26/04/2026

Jaalalaan Si Jaallu Keessa Wahii Sila Ansin Liqimsaa......!!!!!

26/04/2026

Kan Dabree Kan Dhufuutu Caalaa........!!!!

  🙏Ilmi namaa ni sababsata , rabbiin immoo galmaan namaaf gaya. sababsannee nuuf dhageessee nu gargaartee nu milkeessite...
25/04/2026

🙏
Ilmi namaa ni sababsata , rabbiin immoo galmaan namaaf gaya. sababsannee nuuf dhageessee nu gargaartee nu milkeessitee jirta yaa raamaanow galanni keeti. konkolaataa sheeka sheekkanii bituuf deeggarsa sassaabaa turre bitamee jira. Baga gammaddan qaamoleen hawaasaa , dargaggoonni biyyaa , warri dhimma kana milkeessuu keessatti ajrii rabbiirratti hisaabbachuu yoo taate malee , na argaadhaf ykn garsiifannaa takka malee dhugumaan onnerraa niyyattanii waan dandeessaniin hirmaataa turtan hundi keessan 🥰🙏

Monebar Dino 🖊

25/04/2026

Utubaa Jiruu Too Murtuu Lafee Duuydaa........!!!

24/04/2026

Jaalala Teetirraan Miidhamee Zigaalee.......!!!

23/04/2026

Carraa Jireenyaa Sirraa Na Fageessee.....!!!

Address

Miesso

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Leli lyrics posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Establishment

Send a message to Leli lyrics:

Share

Category