13/02/2026
Addunyaarratti dargaggoonni sababa ijoo ittiin lubbuu isaanii dhaban keessaa of ajjessuun sadarkaa sadaffaarratti argama.
Itoophiyaattis yoo xiqqaate waggaa waggaatti namoonni 8,000 of ajjeesu
Namoonni maaliif of-ajjeesuu yaadu?
⤹⤹
https://bbc.in/4tBGR9s